Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Kaffaloo Tafarraan Ittaanaa Pireezidaantii fi Caffeetti bakka bu’aa mootummaa mootummaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Kaffaloo Tafarraa Ittaanaa Pireezidaantii fi Caffeetti bakka…
Waadaa ummataaf galle yeroo kamiiyyuu caalaa ga’umsaan raawwachuuf murannoo olaanaan ni…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Waadaa ummataaf galle yeroo kamiiyyuu caalaa ga'umsaan raawwachuuf murannoo olaanaan ni hojjenna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Obbo Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uun moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 273 gara biyyaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 273 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee gara biyyaa…
Obbo Abdulsalaam Waariyoo Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Abdusalaam Waariyoon Af Yaa'ii Caffee Oromiyaa akka ta'aniif…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii duraa guyyaa boruu gaggeessa
Finfinnee, Fulbaana 17, 2019 (FMC)_ Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 18, 2019 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeessa.
Af Yaa'iin Caffee…
Dooktar Abrahaam Balaay Komishinara Komishinii Anniisaa Niwuukilaaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 17, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dooktar Abrahaam Balaay Fulbaana 14, 2019 irraa egalee Komishinara Komishinii Anniisaa Niwuukilaaraa gochuu…
Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf yeroon akka xomboraa wal qabannee kaanu amma- Aadde Shawiit Shaankaa
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC)- Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf yeroon akka xomboraa wal qabannee kaanu amma jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii aadde Shawiit Shaankaa.…
Akkuma Damaraa waliin yoo dhaabbanne biyya keenyaaf ifa dukkana mo’u taana- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC)- Akkuma Damaraa waliin yoo dhaabbanne biyya keenyaaf ifa dukkana mo’u taana jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Sirni kabaja…
Nageenya biyyaaf cimnee hojjechuu qabna- Eebbifamoo Abune Maatiyaas
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC)- Wantoota tokummaa keenyaaf gufuu ta’an fageessanii yaaduun irra darbuun nageenya biyyaaf cimnee hojjechuu qabna jedhan Paatiriyaarkiin Mana Amantaa…