Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq marii dhaabbanni tumsa dubartoota, dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen marii dhaabbanni tumsa dubartoota,dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse irratti hirmaataniiru.
Maricharratti…
Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e.
Ministeeri Geejjibaa imaammata, lojiistiskii fi tarsiimoon…
Dooktar Abiy qaamolee biqiltuuwwan dhaabaman kunuunsan galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qaamolee biqiltuuwwan dhaabaman kunuunsan galateeffatan.
Dooktar Abiy warra biqiltuuwwan…
Weerara awwaannisaa to’achuuf biifaan keemikaalaa gaggeeffamaa jira -Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti weerarri awwaannisaa irra deebiin mudachuu isaatin biifaan keemikaalaa gaggeeffamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise.…
Naannoon Kibbaa qaamolee nageenyaf gumaacha taasisaniif beekamtii laate
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Naannoon Kibbaa qaamolee nageenyaf gumaacha taasisaniif beekamtii laate.
Sirnicharratti preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa,…
Bakkii kabajaa ayyaana irreechaa Doloolloo Buddeena qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Dullii qulqulliina bakka kabajaa ayyaana irreechaa Doloolloo Buddeenaa har’a gaggeeffameera.
Dula qulqulliinicharrattii kan argaman hoji gaggeessan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 784 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessatiin namoonni dabalataa 784 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 6,139 kan…
Jilli Ministira Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachawn durfamu lammiilee Sudaan balaa lolaatiin…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) –Jilli Ministira Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachawn durfamu lammiilee Sudaan balaa lolaatiin miidhamaniif deeggarsa namoomaa taasisuuf sudaan galeera.…
Tattamsa’inni awwaanisa gammoojjii naannoo Gaanfa Afrikaatti babbal’achaa jiraachuu FAOn…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Tattamsa’inni awwaanisa gammoojjii naannoo Kibba Lixa Eeshiyaatti hir’achaa dhufullee naannoo Gaanfa Afrikaatti garuu babbal’achaa jiraachuu Dhaabbanni…
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka kabaja ayyaana Irreechaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka kabaja ayyaana Irreechaa daawwatan.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa…