Browsing Category
Oduu biyya keessaa
obbo Shimallis Abdiisaa kabaja ayyaana irreechaa bara 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Ergaa Preezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa kabaja ayyaana irreechaa bara 2013 sababeeffachuun dabarsan.
Ergaa…
Qaamoleen Irreecha jeequuf turan 503 meeshaalee addaddaa waliin to’atamuu Koomiishiniin…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Qaamoleen Irreecha jeequuf turan 503 meeshaalee addaddaa waliin to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Janaraal koomiishinarri…
Institiitiyuutichi bara kana barattoota simatee barsiisuu akka eegalu ibse
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Institiitiyuutiin Misooma Kennaa Addaa Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa bara kana barattoota simatee barsiisuu akka eegalu ibse.…
Koolleejjiin Poolisii Naannoo Amaaraa miseensota poolisii eegumsaa fi jaldhaabdota hoggansa…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii Naannoo Amaaraa miseensota poolisii eegumsaa fi jaldhaabdota hoggansa mootummaa 197 ebbisiise.
Poolisoonni ebbifaman baatii…
Manni Murtiichaa galmee obbo Jaawaar Mahaammadfa laale
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa dhimma shororkeessummaa fi heera mootummaa 1ffaan galmee himannaa obbo Jawaar Mahaammadfaa laale.…
Ministeerichi rakkoo manaa dhaabbilee mootummaa hir’isuuf cimsee hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) -Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii rakkoo manaa dhaabbilee mootummaa hir’isuuf cimsee hojjechaa jiraachuu beeksise.
Waajjiri…
Magaloota 3tti buufataleen raabsaa humna elektiriika baasii doolaara miiliyoona 53.7 ijarraaman…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Magaaloota Biishooftuu, Dukaamii fi Mojoottii buufataleen raabsaa humna elektiriikaa baasii doolaara Ameerikaa miiliyoona 53.7 ijarraaman eebbifamaniiru.…
Irreecha hambaa kiliyaa addunyaarratti galmeessisuuf hojjetamaa jira- obbo Kabbadaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuuriizmimii Oromiyaa Irreecha hambaa kiliyaa addunyaa gochuun galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Kana…
Mariin damee teleekoom caasessuurratti informaashin teeknooloojii fi kalaqtotta hojii damichaa…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Mariin damee teleekoom caasessuurratti informaashin teeknooloojii fi kalaqtotta hojii damichaa waliin gaggeeffamaa jira.
Marichi caasaa damichaa…
Bu’uuruma murtoo Gumiin Abbootii Gadaa dabarsaanii kabajamuu akka qabu Abbaan Gadaa , Haati…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Irrechi siyaasa kan hin qabne guyyaa galataa ta’uu koroonaa ittisuun, bu’uuruma murtoo Gumiin Abbootii Gadaa dabarsaanii kabajamuu akka qabu Abbaan…