Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni poolisii hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun cinaatti hojiiwwan misoomaarratti…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Miseensonni poolisii hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun cinaatti hojiiwwan misoomaarratti hirmaachaa jiraachuu Koomiishiniin Bulchiinsa Manneen…
Bulchiinsi kutaa magaalaa Yakkaa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun lammiilee aanaa 14f deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bulchiinsi kutaa magaalaa Yakkaa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun lammiilee aanaa 14f deeggarsa laate.
Kutaan magaalichaa…
Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari'atan.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
MM Dr. Abiy boqachuu Amiira Kuwet; Sheek Sabaah Al Ahimad Al Jabbaar Al Sabaahin gadda itti…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Amiira Kuwet; Sheek Sabaah Al Ahimad Al Jabbaar Al Sabaahin gadda itti dhaga’ame ibsan.
Dooktar…
Manneen murtii Oromiyaa Fulbaana 21 eegalee hojii idileetti deebi’u
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Manneen murtii Oromiyaa Fulbaana 21,2013 eegalee hojii isaanii idileedhan ni jalqabu.
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa akka beeksisetti sababii…
Burraayyuutti kabaja ayyaana Irreechaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Burraayyuutti kabaja ayyaana Irreechaarratti mari’atamaa jira.
Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti kabaja Irreecha bara 2013 irratti dargaggoota…
MM Dr. Abiy Ityoophiyaan nagaa akka taatu caasaan nageenyaa hojii hojjetuuf, mootummaan federaalaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan nagaa akka taatu caasaan nageenyaa hojii hojjetuuf, mootummaan federaalaa isaan cinaa jira jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.…
Karoora damee caasaa humna elektirikaa Ityoophiyaa ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaalatu waliin…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Karoora damee caasaa humna elektirikaa Ityoophiyaa ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaalatu waliin mariin gaggeeffamaa jira.
Maricha kan…
Ityoophiyaanonni 299 Saawdii Arabiyaatii gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanonni 299 Saawdii Arabiyaatii gara biyya isaanii deebi’an.
Lammiileen kanneen ragaa imalaa malee Saawdii kan seenan yoo ta’u, kaleessa…
Poolisiin Federaalaa Addabaaba’ii Masqalaatti agarsiisa addaddaa agarsiise
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Addabaaba’ii Masqalaatti agarsiisa addaddaa agarsiise.
Sirnicharratti muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministirri…