Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Xiyyaaraa Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa dandamachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Daandiin Xiyyaaraa Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa dandamachuun ibsame.
Daandichi baatiiwwan ja’an darban weerara vaayrasii…
Proofeesar Masfin dhalatanii umrii isaanii waggaa 91ffatati boqatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Preezdaant Saahilawarq Zawdee, muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnanii fi…
Hawaasni ofeeggannoo barbaachisu taasisuudha ayyaanicha kabajuu akka qabu dhaamame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Hawaasni ofeeggannoo barbaachisu taasisuudha ayyaana Irreechaa kabajuu akka qabu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa dhaame.
Hoogganaan Biiroo…
Jilli abbootii qabeenyaa Suudaan Baalee gale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC)- Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan godina Baalee galeera.
Jilichi wayita Baalee ga’aa hoggantoota olaanoo bulchiinsa godinichaatin simannaa ho’aan…
Doolaarri kumni dhibbi 1 ol karaa seeraan alaa biyyaa baafamuuf yaalame to’annaa jala oole
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1 fi kumni 32 olii fi baalli sammuu namaa hadoochuu kookeeyin jedhamuu kiilo giraamni 9.2 karaa seeraan alaa biyyaa…
Harariitti shakkamtoota 88 ajjeechaa Artiist Hacaaluu waliin walqabatee dhiibbaan akka qaqqabuu…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti shakkamtoota 88 ajjeechaa Artiist Hacaaluu Hundeessaa waliin walqabate dhiibbaan akka qaqqabuu taasisan irratti himanni banamuu Abbaan…
Oromiyaatti namoota dabalataa 84 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 84 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Ministeerri Barnoota manneen barnoota dhuunfaa 2 dhorke
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manneen barnoota dhuunfaa 2 weerara vaayrasii koroonaarratti hundaa’uun
Murtoon manneen barnoota kanneen irratti darbees koreen maatii iyyaannoo…
Aayyaanni Irreechaa kallattii kaa’ameen kabajamuu qaba jedhan abbootiin Gadaa Oromoo
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Aayyaanni Irreechaa kallattii kaa’ameen kabajamuu qaba jedhan abbootiin Gadaa Oromoo.
Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo kabaja Irreeecha Hora Finfinnee fi…
Obbo Ristuun paartiilee siyaasaa naannichaatti argaman waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Itti aanaa preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw, paartiilee siyaasaa naannichatti argaman waliin mari’ataa jiru.
Kayyoo marichaas…