Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Paarlaamaan itti aanu sagaleen adda addaa akka itti dhaga’amuuf cimsee hojjeta
Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Mootummaan Paarlaamaan filannoo waliigalaa baranaan hundaa'u sagaleen adda addaa kan itti dhaga'amu akka ta'uuf cimsee hojjeta jedhan Ministirri Muummee…
Qaamni Itiyoophiyaa miidhuuf Socho’u kamuu ishee hin danda’u- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) -Dinni Itiyoophiyaa miidhuuf socho’u kamuu ishee hin danda’u yeroon isaas darbeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…
Itiyoophiyaan damee Fasyinaansiin jijjiirama qabatamaa galmeessisteetti – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Jijiiramoota baroota darban galmaa'an keessaa dameen faayinaasii tokko ta'uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy walga'ii Mana…
Fooyyeessiin diinagdee gooroon taasifame cabiinsa diinagdee tasgabbesse- Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)- Fooyyeessiin diinagdee gooroon taasifame cabiinsa diinagdee tasgabbesseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Mootummaan cabiinsa dinagdee furuu bira darbee biyya dhalootaaf miijattu uumuuf hojjetaa jira
Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Mootummaan cabiinsa dinagdee furuu bira darbee biyya dhalootaaf miijattu uumuuf hojjetaa jira jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar…
Oomisha qonnaa kuntaala miiliyoona 900 fi miiliyoona 99 walitti qabuun danda’ameera -Dooktar Abiy…
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) –Baatiiwwan ja’an darbanittii Oomishaa qonnaa kuntaala miiliyoonaa 900 fi miiliyoona 99 walitti qabuun danda’ameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Muddee fi Amajjii keessa raawwatan
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Muddee fi Amajjii keessa hojiilee faayidaa biyyaalessaa kabachiisanii fi badhaadhina biyyaaf bu'uura…
Dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira- Alamtsahaay…
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ce’umsa diijitaalaa saffisiisuun dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira…
Dhaabbileen qindoominaa fi olkaa’iinsa biyya madaaluun hojjechu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaa fi olkaa’iinsa biyya madaaluun hojjechu qabu jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa obbo…
Haala nageenya filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa qooda fudhattoota waliin dhimmoota nageenyaarratti mari’achaa jira.
Mariin kun haala nageenya filannoo…