Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeeffannoowwan ijoo maree biyyaalessaa guyyaa har’aa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Mari’attoonni kaleessa garee gareedhaan qoodamanii marii jalqaban, har'as garee isaaniin marii itti fufaniiru.
Mari’attoonni shantama shantamaan…
Ijipti Biyya Seenaa fi Yeroo Irraa Hinbaranne
Lagni Naayil qabeenya uumamaa cunqoo biyyoota hedduuf dandeettii faayidaa waloo mirkaneessu qabudha.
Haa ta’u malee, qabeenyi uumamaa kun sababaa Ijipti waggoota dheeraaf madda walitti…
Bara baajatichaatti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa mirkanaa’eera –…
Finfinnee, Adooleessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 xumurametti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa sadarkaa gaariin mirkanaa'uu Pirezidaantii Itti Aanaa fi…
Galmeen qorannoo miseensota garee yakka balaafamaa 17 Ministeera Haqaaf ergame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) –Poolisiin Federaalaa Galmeen qorannoo miseensota garee yakka balaafamaa 17 Ministeera Haqaaf ergeera.
Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaan garee yakka…
Biyya gootota ilmaan ishee fi dhaabbilee cimoon kabajamtee jiraattu…
Itiyoophiyaan seenaa ishee bara dheeraa keessatti fakkeenya bilisummaafi gootummaa taatee kan jiraatte biyya guddoodha.
Baroota garagaraa weerartoonni alaa fi baandaawwan keessaa…
Finfinnee miidhagina ishee qabatamaan mirkaneessaa jirtu…
Miidhaginni Finfinnee guyya guyyaan dabalaa dhufeera.
Magaalattiin ijaarsa bu’uuraalee seenaa ishee keessatti argitee hin beekneen, miidhagaafi ce’umsa ammayyaa keessatti argamti.…
Mul’ata dhalootaaf addunyaa fooyyofte dhaalchisuu…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Qormaatilee gurguddoo jabana kana keessa addunyaan keessummeessaa jirtu keessaa rakkoon jijjiirama qabeenya qilleensaa isa tokko.
Itiyoophiyaanis…
Yaa’ii Seenaa Qabeessaa fi Abdii Biyyaa!
Itiyoophiyaan seenaa keessatti marii kuufama qormaatilaafi gufuulee biyyattii ta'an buqqisuu danda’u gaggeessaa jirti.
Yaa’ii biyya obbolummaan dhugaan keessatti ifee mul'atu ijaaruuf…
Yaa’iin Gadaa Arsii Dhaddacha Bal’ootti eegale
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo Dhaddacha Bal’ootti taa’amuu eegaleera.
Godina Baalee Bahaa, Aanaa Raayituu Magaalaa Dhaddacha Bal’aatti Yaa'iin…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa ture xumureera.
Yaa'ii oolmaa har'aan gabaasa raawwii Mana Murtii…