Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hafteen meeshaalee umrii waggaa miiliyoona 1.4 Ityoophiyaatti argame
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Hafteen meeshaalee dhalli namaa waggoota miiliyoona 1.4 dura itti fayyadamaa ture Ityoophiyaatti argamuu himame.
Hafteen meeshaalee dhalli…
Weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessarra ga’eera – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Weerarri vaayarsii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra waan ga’eef hawaasni of eeggannoo cimaa taasissuu akka qabu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Yaa’iin miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa, Ityoophiyaa, Gibtsii fi Sudaan marii taasisaa ture…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Guutinsaa fi gadi lakkisa bishaanii hidha haaromsaarratti yaa’iin miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa, Ityoophiyaa, Gibtsii fi Sudaan marii taasisaa…
Miidiyaaleen sirna gaazexeessummaa kabajuun itti gaafatamummaa ogummaa ba’achuu akka qaban ibse
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Miidiyaaleen sirna gaazexeessummaa kabajuun itti gaafatamummaa ogummaa ba’achuu akka qaban ibse.
Manni Maree Miidiyaa Ityoophiyaa miidiyaaleen sirna…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise.
Manni marichaa bara baajataa 2012…
Bakkeewwan biqiltuun dhaabamanitti qaamni itti gaafatamummaa fudhatu akka jiraatu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Bakkeewwan biqiltuun dhaabamanitti qaamni itti gaafatamummaa fudhatu akka jiraatu ibsame.
Wayita ammaa bakkeewwan ashaaraa magariisaaf biqiltuuwwan…
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaa ittisuuf tarsiimoo qopheessuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 7,2012(FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tarsiimoo konkolaattota daangaa fi naannolee qaxxaamuranii qopheessee…
Obbo Baqqalaa fi eegdonni obbo Jawaar Mahaammad mana murtii dhiyaatan
Finfinnee, Adoolessa 7,2012(FBC)- Hoggansi Koongirasii Federaalistii Oromoo obbo Baqqalaa Garbaa fi eegdonni obbo Jawaar Mahaammad mana murtii dhiyaatan.
Ajjeechaa Artiist Hacaaluu…
Rakkoo nageenyaa uumameen lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an, hojiin deebisanii dhaabuu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) –Naannoo Ooromiyaatti tibbana rakkoo nageenyaa uumameen lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an, hojiin deebisanii dhaabuu rawwatamaa jira.…
Yeroo jijjiirramaatti olaantummaan seeraa murteessadha -hayyoota
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Yeroo jijjiirramaatti gufuulee mudatan olaantummaa seeratiin sirreessun murteessadha jedhame.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet waliin hayyoonni turtii…