Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti qonna gannaatiin lafti heektarri miiliyoonni 2 ol kilaastaran misoomufi
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qonna gannaatiin lafti heektaarri miiliyoonni 2 ol kilaastaraan akka misoomu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Lammiileen dhibee vaayrasii koroonaa ofirraa ittisaa ashaaraa magariisaarratti akka hirmaatan…
Finfinnee,Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Lammiileen dhibee vaayrasii koroonaa ofirraa ittisaa ashaaraa magariisaarratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate.
Waamicha hirmaannaa…
Naannoo Amaaraatti guyyaa tokkotti biqiltuun miiliyoonni 205 dhaabama jira
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sagantaa Ashaaraa Magarisaan guyyaa tokkotti dhaabbi biqiltuu miiliyoona 205 har’a gaggeeffama jira.
Dhaabbi biqilticha…
Hawaasni tumsa hidha haaroomsa guddichaaf taasisu cimsee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Hawaasni ijaarsa hidhi guddiicha haaroomsaaf deeggarsa taasisuu cimsee itti fufuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa hirmaannaa uummataa beeksisera.…
Ityoophiyaatti tamsa’inni weerara vaayrasii koroonaa sadarkaa yaadeessarra jiraachuu himame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaadessarra gahuu Boordiin Qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa beeksiseera.
Walitti qabaan boordii…
Ityoophiyaatti sirni dursa ittisa balaa diriiruu Ministeerri nageenya beeksise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti sirni dursa ittisa balaa diriiruu Ministeerri Nageenya beeksisera.
Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 294 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 2 darbeera
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 294 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan…
Dhaabbilee Investimantii tibbina miidhaan irra qaqqabe dandamachiisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Sababa rakkoo nageenyaan dhaabbilee Investimantii tibbina miidhaan irra qaqqabe dandamachiisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishiiniin Investimantii…
Guutinsi Bishaan Hidha Haaromsaa adeemsa uummamaa ijaarsa hidhichaa eeguun gaggeeffamaa jira-…
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) - Guutinsi Bishaan Hidha Haaromsaa adeemsa uummamaa ijaarsa hidhichaa eeguun gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi…
Haalli Roobaa Waktiilee itti aananii qonna gannaaf faayidaa olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Haalli Roobaa Waktiilee itti aananii qonna gannaaf faayidaa olaanaa qabaachuu Ejansiin Meetrooloojii Biyyaalessaa beeksise.
Seenni gannaa…