Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Aljeeriyaa fi Siwiizarlaand waliin mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Aljeeriyaa Abdalmajiid Teebuun waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi…
Miidhaan dubartootaa fi daa’imman irra ga’u dhaabbachuu kan qabu amma – Abbaa Alangaa Waliigalaa
Finfinnee,Waxabajjii 19,2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’u ilaalchise ibsa laateera.
Abbaan alangichaa wayita addunyaan weerara vaayrasii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 250 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 8 darbeera
Finfinnee,Waxabajjii 19,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 250 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa'aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Garaagarummaan Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gubts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Garaagarummaan Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicharratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa deeggarsa…
Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman.
Magaalaa Finfinneetti maanguddoon umrii waggaa 65 daa’imman 2 gowwomsuun gudeede…
Ameerikaan hidha haaromsaarratti loogii taasiftu dhiisuun dhugaaf akka dhaabbattu aanga’oonni…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ameerikaan loogii Hidha Haaromsaarratti qabattee cinaatti dhiisuun marii dhugaaf deeggarsa akka taasiftu aanga’oonni olaanoon biyyattii duraanii…
Baatiwwan 3 darbanitti ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birrii miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 80 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Baatiwwan 3 darbanitti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddichaaf Birrii miiliyoonni dhibbi 1fi miiliyoonni 80 ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree…
Naannoo Amaaraatti tajaajilli tola oolmaa Ganna baranaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti tajaajilli tola oolmaa Ganna baranaa eegalame.
Sagantaa tajaajilichaa jalqabsiisuurratti ministirri Ministeera Dhimma…
Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame.
Ciraan bosonaa kun kaleessa intarpiraayizoota miseensota 2000…
Hojii aartii dhaabbii biqiltuuf (ashaaraa magariisaaf) badhaasni qophaa’era
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Hojii aartii dhaabbii biqiltuuf (ashaaraa magariisaaf) badhaasni qophaa'era.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad artiistonni ida'amanii viidiyoo…