Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gidduugalli qorannoo Covid -19 Yuunvarsiitii Amboo hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitii Ambootti gidduugalli qorannoo vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 10 oliin ijjarramaa ture eebbifamuun hojii eegaleera.
…
Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta'uu beeksiste.
Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Soomaaliyaa…
Waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Sadarkaa hoggansaatti, waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira.
Waltajjii kanarratti Preezdaantii naannoo…
Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte.
Deeggarsi meeshaalee yaalaa kun tilmaama…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii tumsa Sudaanirratti qaamolee hirmaatan mara…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii tumsa Sudaanirratti qaamolee hirmaatan mara galateeffatan.
Dooktar Abiy Ahimad, muummee…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hojjetaa mootummaa naannolee kamiitifuu mana waliin jireenyaa hin…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hojjetaa mootummaa naannolee kamiitifuu mana waliin jireenyaa hin hirre jedhe.
Oduun dhimmicharratti…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 141 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 141 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa'aa 24 keessatti qorannaan…
Qindoominni Humnoota Federaalistii Ityoophiyaa, Adda Bilisummaa Ummata Tigraayii fi Gamtaa…
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Qindoominni Humnoota Federaalistii Ityoophiyaa, Adda Bilisummaa Ummata Tigraayii fi Gamtaa Demokraasummaa Ityoophiyaa miseensummaarraa haquu beeksise.…
Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’annoo jala oolera.
Kilaashii 23 to’annoo jala ooluu Waajjirri Koominikeeshinii…
MM Dr Abiy Ahimad qondaaltota mootummaa waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qondaaltota mootummaa waliin biqiltuu dhaaban.
Dooktar Abiy ministirootaa fi ministir deettota waliin…