Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa waliigaltee Ityoophiyaan Jibuutii fi Ruwaandaa waliin namoota yakkaan barbaadaman…
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa labsii waliigaltee Ityoophiyaan Jibuutii fi Ruwaandaa waliin namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii walii laachuu…
MM Dr Abiy Ahimad giddugala hojii suphee “Insiraa” daawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad giddugala hojii suphee "Insiraa" daawwatan.
Daawwicharratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Haroo Calalaqaa badiirraa baraaruuf Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Haroo Calalaqaa badiirraa baraaruuf Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa waliin hojjetamaa jira.
Haroon Calalaqaa haroowwan…
Waggoota 3f sagantaan hanqina nyaataa furuurratti hojjetu ifoome
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Fandiin Daa'immanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) Ityoophiyaatti rakkoo hanqina nyaataa daa'immanii fi…
Qophii baajata mootummaa federaalaarratti mari’atame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Qophii baajata mootummaa federaalaa bara baajataa 2013rratti mari'atame.
Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koreen dhaabbii galii,…
Warshaan Daabboo Shaggar ebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar ebbifame.
Warshaan Daabboo fi Daakuu Shaggar dhaabbata Hooraayzan Plaanteeshin; Miidrook Ityoophiyaa Teeknooloojii…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3325 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 147 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
…
Boordichi gaaffii mana marichaa kan hin fudhanne ta’uu beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gaaffii Manni Maree naannoo Tigraay filannoo naannoo 6ffaa gaggeessuuf dhiyeesse kan hin fudhanne ta’uu…
Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 262 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 4 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Eeggumsa Fayaa naannichaa beeksise.
…
Hojjettoonni Siiviil Sarvisii duudhaa amanamummaa fi miira tajaajiltummaa goonfachuu qabu –…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guyyaa Paabliik Sarvisii ilaalchisuun waltajjii marii viidiyoo koonfarsansii Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…