Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Baankiin Daanisk waliigaltee liqaa Birrii biiliyoona 4.49 mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Daanisk waliigaltee liqaa Birrii biiliyoona 4.49 mallatteessan.
Waliigalticha ministirri Ministeera Maallaqaa…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 131 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 131 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Sa'aa 24 darbeen qorannaan…
Manni maree bulchiinsa naannoo Kibbaa murteewwan dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Manni maree bulchiinsa naannoo Kibbaa ajandaalee addaddaarratti viidiyoo koonfaransiidhan mari'achuudhan murteewwan dabarse.
Walga'ii…
Proojaktiin bishaan dhugaatii magaalaa Gimbii ebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti proojaktiin bishaan dhugaatii magaalaa Gimbii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 hojjetame ebbifame.
…
Biirichii fi Yuunvarsiitin Bulee Horaa tajaajila lammummaa laatan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Biiron Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa magaalaa Sulultaatti, Yuunvarsiitin Bulee Horaa ammoo magaalaa Bulee Horaatti…
Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Godina Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman.
Godinichatti proojaktoonni ijaarramanii…
Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyaa kabachiisuuf hojjechaa jiru -obbo Gadduu
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyattii kabachiisuuf hojjechaa jiru jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu…
Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise.
Caffichi deeggarsicha kan laate hawaasa harka…
Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan Maqaleetti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti kabajame.
Guyyichi siidaa wareegamtootaa jalatti bakka dura…
Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa daawwatame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee fi Dodolaa meekaanaayzeeshiniidhan misoomaa jiru daawwatame.
Hoggansi olaanoo…