Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa Jeneraal Sa’aareen itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaa Jeneraal Sa'aaree Makoonnin itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame.
Kabaja sirnichaarrattis daandin maqaa isaanitiin mogga'e…
Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga’eera
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga'eera.
Buufanni xiyyaaraa kun Birii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 48 ijaarramaa jira.…
Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa FDRI olaanon biqiltuu dhaaban.
Hoggansi raayyichaa gamoo haaraa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Wareegamtoonni Waxabajjii 15 yaadataman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbiin biqiltuu yaadannoo Waxabajjii 15 gaggeeffame.
Guyyaan yaadannoo waggaa 1ffaa hoggansi olaanoo raayyaa ittisa biyyaa FDRI fi…
Godina Iluu Abbaa Boorii fi Shawaa Kaabaatti proojaktoonni misoomaa ebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Aanaaleen godina Iluu Abbaa Boor ambulaansota 12 yoo argatan, Shawaa Kaabaatti proojaktoonni misoomaa ebbifamaniiru.
Godina Iluu…
Waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne obbo Gadduu…
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) Ityoophiyaan sababa waliigaltee hidha haaromsaan, waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne Ministirri Dhimma Alaa…
MM Dr Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ofisaroota…
Hojjettoonni buufata fayyaa kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 9 iddoo tursiisa shakkamtoota…
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Hojjettoonni buufata fayyaa kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 9 iddoo tursiisa shakkamtoota vaayrasii koroonaaf Birrii miiliyoona tokkoon…
Namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasa sa'aa 24 kanaan qorannaan…
Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2012 (FBC) –Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera.
Gaaddiddaawun Aduu kun Ityoophiyaatti Wallagga…