Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen ijaarsa daandii aspaaltii Birrii biiliyoona 5 mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Oromiyaatti daandii aspaaltii Birrii biiliyoona 5n ijaarramuuf waliigalteen mallattaa'e.
Mootummaan naannoo Oromiyaa projakticha Birrii biiliyoona…
MM Dr Abiy misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatan daawwatan
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatanitti deeggarsa mootummaa Chaayinaatin hojjetamaa…
Muummeen Ministiraa FDRI ergaa baga geessanii Ayyaana Qillee dabarsan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad ergaa baga geessanii Ayyaana qillee dabarsan.
Dooktar Abiy Ahimaad hawaasa Addunyaa fi lammiilee…
Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitiif deeggarsa maallaqaa taasisuuf
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitii mootummaa keessatti baratan kuma 4’f deeggarsa maallaqaa taasiisuf akka ta’e ifoome.
Dhaabbanni Iityoo-…
Godinni Baalee godinaalee lamatti akka gurmaa’u kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa murteesse
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa walga'iisaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Amajjii 2,2012 eegalee manneen seeraan ala ijaarramanirratti tarkaanfiin ni fudhatama
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Amajjii 2,2012 eegalee manneen seeraan ala ijaarramanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhe Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee.
Tarkaanfiin seeraa fudhatamus…
Dooktar Mulaatun mootii Saawdii Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashooman mootii Saawdii Arabiyaa Salmaan Biin Abdul Aaziiz Al Saa'ud waliin mari'atan.
Dooktar…
Dirree Dawaan yaalii tajaajila geejiba biskileettii eegalte
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa yaalii tajaajila geejiba biskileetii ifatti eegalchistetti.
Magaalichatti tajaajila geejibaa fayyaarratti dhiibbaa hin…
Hariiroo diinagdee Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Eedwaard Zoolasaa Maakaayaa waajjira isaaniiti simachuun…
Manni Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa’ufi
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Mootummaan Mana Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa'ufi.
Manni marichaa miseensota dhimma diinagdeerratti yaada gorsaa dhiyeessan 15 kan…