Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii hariiroo ummata Somaalee fi Afaar cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffama jira
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii hariiroo ummata Somaalee fi Afaar cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira.
Waltajjicharratti naannolee lameenirra…
Waggaa 3ffaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e Mudde 24-25 kabajama
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Waggaa 3ffaan sirni Gadaa Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti galmaa’e Muddee 24-25 magaalaa Yaa’a Bal’ootti ni kabajama.
Sirni Gadaa Dhaabbata…
Meeshaan elektirooniiksii ragaa barnoota sobaa adda baasu qophaa’aa jira
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Meeshaan elektirooniiksii ragaa barnoota sobaa adda baasu qophaa’aa jiraachun ibsame.
Meeshaan elektirooniiksii diijiitaalaa ragaa barnootaa adda baasu…
Jilli mootummaa Ityoophiyaa qondaaltota Sudaan waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Jilli mootummaa Ityoophiyaa qondaaltota Sudaan waliin mari'ate.
Jilli ministira Ministeera Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Moogasii fi…
Preezdaant Saahilawarq, Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojii tola ooltummaa fi fiilmii hojjechuun kan beekamtu Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan.
Preezdaant…
Obbo Gadduun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waliin mari’atan.
Dhimmoota waloo…
Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministeerichi miidiyaaf…
Hanqinni dhiyeessii humna elektiriikii misooma indaastirii paarkiiwwanii furamaa jira
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii rakkoolee kaffaltii humna elektiriikin walqabatee jiru furaa jiraachuu beeksise.
Paarkiiwwan…
Paartilee siyaasatiif yeroo qilleensaa ramaduuf qophiin taasifameera
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Paartileen siyaasaa sagantaa fi kaayyoo isaanii karaa miidiyaaletiin akka beeksifatan ramaddii yeroo laachuuf qophiin taasifamuu Abbaan Taayitaa…
Dr Mulaatun ministira Dhimma Alaa Saawdii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Dooktar Mulaatuu Tashooman ministira Ministeera Dhimma Alaa Saawdii Arabiyaa mootii Faysal biin Faarhaan biin Abdullaah waliin mari'atan…