Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Kooriyaa Kibbaaf michuu murteessaadha- Ambaasaaddar Dasee Daalkee
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Hirmaannaa Kooriyaan Kibbaa gama daldalaafi invastimantiin Afrikaatti taasistuuf Itiyoophiyaan michuu murteessaa ta’uu Kooriyaa Kibbaatti Ambaasaaddarri…
Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti taa’aame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Saba Oromoo fi Aanaalee Ollaa Godina Shawaa Kaabaa kan hirmaachise Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti…
Hawaasni tarsiimoolee misoomaa mootummaan diriirse milkeessuuf hirmaannaa isaa cimsuu qaba – Doktar…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017(FMC) – Hawaasichi tarsiimoolee misoomaa mootummaan diriirse milkeessuuf hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu akka qabu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Mootummaan badhaadhina maatii dhugoomsuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina maatii dhugoomsuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Booranaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Booranaatti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin kuusaa…
Bulchiinsa Saba Hawwiitti hiriirri qabsoo hidhannoo mormu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Saba Hawwii Aanaa Fagtaa Lakoomaatti hiriirri qabsoo hidhannoo mormu gaggeeffameera.
Konfiraansiin Ummataa filannoowwan…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Siidaa Yaadannoo miidhamtoota balaa balallii lakkoofsa ET – 302…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa miidhamtoota balaa balallii Xiyyaaraa lakkoofsa ET – 302 waggaa 6ffaa yaadachuuf Siidaa Yaadannoo eebbisiiseera.…
Dhaloonni ammaa ogummaa qofaan Itiyoophiyaa ijaaruu danda’a- Aadde Muufariyaat Kaamiil
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Dhaloonni ammaa wareegama lubbuu kaffaluun osoo irraa hin eegamiin ogummaa qofaan Itiyoophiyaa ijaaruu akka danda’u Ministirri Ministeera Hojiifi…
Manneen Barnootaa Ifa Boruu naannolee garaagaraatti ijaarsisuun walitti dhufeenya ummattootaa daran…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa naannolee garaagaraattiijaarsisuun walitti dhufeenya ummattootaa daran cimsuufi…
Hawaasni dhimmoota adda addaarratti gaaffiilee qabu akka dhiyeessan gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…