Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Goondaritti namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 32 to’ataman
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Magaalaa Goondaritti namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 32 to'annoo jala ooluu manni maree nageenyaa magaalichaa beeksise.
Namoonni kanneen naannoo…
Sirreeffamtoonni Hararii miliquuf turan adabaman
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Sirreeffamtoonni Mana Amala Sirreessaa Hararii miliquuf turan akka adabamana murtaa'e.
Sirreeffamtoonni kanneen Bitootessa 27,2012 balbala cabsuun…
Jaanmeedaatti rakkoo mudateen namoota 7rra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Naannoo Jaanmeedaatti (Urufa Doobbii) rakkoo mudatee tureen namoota 7rra miidhaan salphaa fi jiddugaleessi qaqqabe.
Nama 6rra miidhaa salphaan, nama…
Ijaarsi ‘Oroma Media Coplex’ dhibbantaa 33 irraa gahe
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ijaarsi 'Oroma Media Coplex' dhibbantaa 33 irraa gahe
Handhuura Oromiyaa, Finfinnee, Boolee Dambal cinatti, iddoo seenaa Waddeessa jedhamutti ijaaramaa…
Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa dhufan hojii isaanii xumuran.
Torban…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesa guyyaa boruu ni gaggeessa
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesa guyyaa boruu ni gaggeessa.
Manni Marichaa walga’ii isaan murtoowwan garagaraa qorachuun ni…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 130 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii samuudaa 766 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama Afurirratti vaayrasiin koroonaa argame.
Haaluma kanaan…
Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman.
Namoota labsii yeroo ariifachiisa cabsan 9n kanneen Abbaan Alangaa…
Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya’aa fi haqa qabeessaa ta’e…
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya'aa fi haqa qabeessaa ta'e diriirsuun fayyadamimmaa ummataa mirkaneessuuf hojjachaa jirachuu…
Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame.
Sababa COVID-19n filannoo fulduraa…