Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Boru Paarlaamaaf ibsa ni kennu
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boruu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti argamuun ibsa ni kennu.
Walga’iin Idilee 10ffaan bara…
Oromiyaatti fedhii fi dhiyeessii Mana jireenyaa guddisuuf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti fedhii fi dhiyeessii manneen jireenyaa wal simsiisuuf hojiileen dandeessisan cimanii itti fufaniiru jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi…
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa UK waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Dhimmoota Misoomaa Yuunaayitiid Kiingidam Yiveet Kuupar waliin mari’ataniiru.…
Itiyoophiyaan hojiiwwan misoomaa hojjettu naannawicha kan walitti hidhan ta’uu qabatamaatti…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Hojiiwwan misooma Itiyoophiyaan hojjettu ishee irra darbee naannawicha fayyadamummaa walootiin kan walitti hidhan ta'uu qabatamaatti argisiisteetti jedhe…
Dooktar Geediyoon Ministira Dhimma Alaa Biritaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee Amajjii 24, 2018 (FMC)_ Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa fi Dhimmoota Badhaadhina Misooma waloo Biritaaniyaa Iveet Kuupar…
Itiyoophiyaan abdii qofa osoo hin taane biyya hojii fi bu’aa qabatamaa ta’aa jirti…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan abdii qofa osoo hin taane biyya hojii fi bu'aa qabatamaa ta'aa jirti jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Obbo…
Labsiin korojoowwan pilaastikaa dhorkuuf ba’e hojiirra ooluu eegale
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Labsiin Korojoowwan pilaastikaa al tokko qofa faayidaa kennan dhorkuuf ba'e kaleessaa eegalee hojiirra ooluu eegaleera jedha Abbaan Taayitaa Eegumsa…
Mootummaan yaadama Ida’amuutiin magaalota keenya hawwatoofi jiraattotaaf mijatoo taasisaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2018(FMC)- Mootummaan yaadama Ida'amuutiin magaalota keenya hawwatoofi jiraattotaaf mijatoo taasisaa jira jedhan Sadarkaa Pirezidaantii itti aanaa mootummaa naannoo…
Soomaaliyaafi Sudaan Kibbaa waliin elektirikiifi daandiin walitti hidhamiinsa uumuuf tattaaffiin…
Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Soomaaliyaafi Sudaan Kibbaa waliin elektirikiifi daandiin walitti hidhamiinsa uumuuf tattaaffiin eegalameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Filmaatawwan anniisaa haaromfamaa guddisuun goleewwan biyyattii ibsaa jirra- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Filmaatawwan anniisaa haaromfamaa guddisuun tokkoon tokkoo goleewwan biyyattii ibsaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…