Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hirmaattonni yaa’ichaa ajandaalee ramadaman irratti mari’achuu eegalan- Komishinicha
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Hirmaattonni yaa’ii marii biyyaalessaa guyyaa har’aa ajandaalee ramadaman irratti mari’achuu eegalaniiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.…
Miidiyaaleen ofeeffannoowwan sobaa saaxiluun itti gaafatamummaa isaanii ba’achuu qabu
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC) - Miidiyaaleen odeeffannoowwan sobaa saaxiluun ittigaafatamummaa isaanii ba'achuu qabu jedhan hayyuun saayinsii siyaasaa Dooktar Geetiyyee Tirfee.…
Karra Uumamaa Itiyoophiyaa Asab…
Asab Itiyoophiyaaf qubsama teessuma lafaa, daangaa uumamaa fi afuura jiraachuu isheeti.
Haala uumama lafaa Itiyoophiyaa gadi fageenyaan yoo ilaallu, bishaan gaarreen Itiyoophiyaa irraa…
Caffee cimaan ijaarsa cimaa ta’ee tajaajila – Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffee cimaan bu’uura ijaarsa cimaa ta’ee tajaajila jedhen Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan.
Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan…
Ulaa galaanaa Itiyoophiyaa badhaadhina waloo Gaanfa Afrikaaf…
Gaanfi Afrikaa addunyaa keenyarraa sararoota daldalaa tarsiimawaa ta’an keessaa tokko ta’us tasgabbii dhabuun naannawichaa dandeettii isaa guutummaatti akka hin fayyadamneef gufuu ta’eera.…
Hojmaanni Mana Murtii Aadaa mana Murtii idileef fakkeenya – Obbo Gazaalii Abbaa Simal
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufuun gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mana…
Garee Seeraan Alaa Ummata Tigraayiin Faayidaa Dhuunfaa Isaatiif Qabdii Godhate
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018(FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT waliigaltee nagaa Piriitooriyaatiin argame cimsachuu fi ummata fayyadamaa gochuu mannaa, irra debiidhaan waraana lallabuu…
Lafa heektaara miliyoona 29 misoomsuum oomishni Kuntaalli Biiliyoona 1.3. argameera –…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2018 (FMC) - Bara baajataa 2018 xumurame keessa lafa heektara miiliyoona 29 misoomsuun oomishni kuntaalli biiliyoona 1.3 argamuu Ministirri Qonnaa obbo Addisuu…
Barri ‘𝗞𝗮𝗿𝗼𝗼𝗿𝗮 𝗫𝗶𝗶𝗾𝗶𝗶’ goolabne, milkaa’inoota Oromiyaa boqonnaa haaraatti ceesisuuf bu’uura…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018(FMC) - Barri 𝗞𝗮𝗿𝗼𝗼𝗿𝗮 𝗫𝗶𝗶𝗾𝗶𝗶 goolabne, milkaa'inoota seena-qabeessa galmeessuun Oromiyaa boqonnaa haaraatti ceesisuuf bu’uura cimaa kan itti keenyedha jedhan…
Hirkattummaan Naannoo Oromiyaa gadi bu’eera – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Hirkattummaan Naannoo Oromiyaa gadi bu'eera jedhen Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.
Manneen barnootaa kuma 3 ol irra…