Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin…
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin mari'atan.…
Dargaggoonni Majliisa Finfinneerraa beekamtii argatan, namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Dargaggoonni Majliisa Finfinneerraa beekamtii argatan, namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsa walitti qabaa jiru.
Dargaggoonni kanneen namoota…
Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har’a ifatti hojiisaa eegale
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har'a ifatti hojiisaa eegaleera.
Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoon…
Naannoo Oromiyaatti sakatta’iinsi ho’ina qaamaa mana manarraa eegalameera
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Naannoo Oromiyaatti sakatta'iinsi ho'ina qaamaa mana manarraa eegalameera.
Mootummaan naannichaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti hojjechaa…
Dhaabbileen Indaastirii Paarkii Hawaasatti argaman guyyaan haguuggii fuulaa kuma 10 ol oomishaa jiru
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Dhaabbileen Indaastirii Paarkii Hawaasatti argaman guyyaan haguuggii fuulaa kuma 10 ol oomishaa jiraachuu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiya Ahimad ibsan.…
Guyyaa 102 keessatti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 10 ol vaayrasii koroona du’an
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Guyyaa kabaja ayyaana Hiikaa bara warra Giriigooriyaanitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 1 fi kuma10 caale.
…
Hojiin namoota seenaa imalaa qaban barbaaduu hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Hojiin lammiilee seenaa imalaa qaban barbaaduun gara dhaabbilee fayyaatti fiduu hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan…
Haramayaatti guddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegale
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Yuunvarsiitii Haramayaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa hojii eegaluu ifoomera.
Laaboraatooriin mooraa giddichaa yuunvarsiitichaa fi…
Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa gabaa furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Magaalichatti oomishaaleen kuduraa fi midhaanii…
Buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar hojii eegale
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Abbaan Kiiloo Vooltii 132/33 buufanni rabsaa humna elektirikii Qabira Dahaar ifatti hojii eegaluu isaa ibsame.
Buufata rabsaa humna elektirikaa kana hojii…