Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa ni gaggeessa.
Walga'ichaanis murteewwan…
Naannoon Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Naannoo Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise.
Koomishinichi miseensoota humna addaa baatii afuriif…
Miidiyaalee yaadolii ummata walitti buusan tamsaasanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Miidiyaalee yaadolii ummata walitti buusan tamsaasanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame.
Ittigaafatamaan Waajjira Prees Sakreetarii Muummee…
Raayyaan ittisaa jaalalli biyyaaf qabu adda -MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin mari'atan.
Dooktar Abiy raayyaan…
Agarsiifni aadaa Gaamoo Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Agarsiifni aadaa Gaamoo Finfinnee Galma Barkumeetti gaggeeffame.
Agrsiisichi mata duree “ Fakkeenyummaan nageenyaa abbootii…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad koree biyyoolessaa vaayrasii noovil koroonaa ittisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad koree biyyoolessaa vaayrasii noovil koroonaa ittisuuf hundaa'e waliin mari'atan.
Korichi…
Leenjiin argame hojiitti hiikamuu qaba- preedaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Waltajjiin leenjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa guyyootii 15f magaalaa Jimmaatti taa'amaa ture xumurame.
Waltajjichi har'a bakka…
Asallaatti ijaarsi bu’uuraalee misoomaa gaaffii ummataa deebisuu danda’an hojjechaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Asallaa ijaarsa bu'uuraalee misoomaa gaaffii ummataa deebisuu danda'an hojjechaa jira.
Kantiibaan magaalichaa obbo Gabree…
Preezdaanti Saahilawarq guyyaa Dubartoota (‘March 8’) ilaalchisuun erga baga geessanii…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq guyyaa Dubartoota ('March 8') ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Biyya keenyaatti guddinni dhimma…
Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) qophii garagaraan kabajameera
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) kabajame.
Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) qophii garagaraan kabajameera.
Guyyaan Dubartoota…