Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantoota Jibuutii fi Somaaliyaa simatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee fi kan Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad simataniiru.…
Yaa’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaaf qophii Hoteelotaa…
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) - Keessummoota yaa’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa baatii itti aanu gaggeeffamu irratti hirmaatan simachuuf hoteelonni qophaa’aniiru jedhe Waldaan…
Hirmaannaa dargaggootaa filannoo keessatti cimsuun dimookiraasii dagaagsuufi nageenya filannoo…
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Dargaggootni egeree biyyaa waanta'aniif hirmaannaa dargaggootaa filannoo keessatti cimsuun dimookiraasii dagaagsuufi nageenya filannoo mirkaneessuudha…
Misooma Kooriidarii hawwattummaa magaalotaa guddise…
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Hojiin misooma kooriidarii simboo magaalotaa dabaluun magaalonni iddoo hawwata tuurizimii akka ta’aniif gahee olaanaa bahachaa jira jedhe Biiroon Aadaafi…
Oomishni qamadii baatiiwwan jahan darbanitti kuntaala miiliyoona 100 fi miliyoona 26 ol irrra…
Finfinnee, Amajjii 22, 20018(FMC)- Oomishni qamadii Itiyoophiyaa baatiiwwan jahan darbanitti kuntaala miiliyoona 100 fi miliyoona 26 ol irra gaheera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Dargaggoonni uummata yaadama Badhaadhinaarratti ijaaruuf kutannoon hojjechuu qabu – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Dargaggoonni uummata yaadama Badhaadhinaarratti ijaaruuf kutannoon hojjechuu qabu Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Itti Gaafatamaan…
Hoji dhabdummaa magaalicha keessatti mul’atu hir’isuuf hojjetamaa jira – Waajjiricha
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) – Magaalaa Shaggaritti hoji dhabdummaa bal’inaan mul’atu hiri’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jire jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa magaalaa…
Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira- BATO
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) – Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa.
Jijjiiramaan…
“Namni kamuu hiyyummaa waliin hindhalanne…”
Finfinnee, Amajjii 21, 2018(FMC) - Aadde Abbayinash Darribee jiraattuu magaalaa Adaamaati.
Akkuma nama kamuu gaa’ela dhaabbatanii maatii horatanii jiraataa turan.
Garuu sababa abbaa…
Humni Qilleensaa balaliistoota gahumsa ajaa’ibaa mul’isaniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa 'agarsiisa qilleensarraa Leencoota Gurrachaarratti’ balalistoota gahumsa ajaa'ibaa galmeessanii fi qaamolee hirmaatanif…