Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Namni kamuu hiyyummaa waliin hindhalanne…”
Finfinnee, Amajjii 21, 2018(FMC) - Aadde Abbayinash Darribee jiraattuu magaalaa Adaamaati.
Akkuma nama kamuu gaa’ela dhaabbatanii maatii horatanii jiraataa turan.
Garuu sababa abbaa…
Humni Qilleensaa balaliistoota gahumsa ajaa’ibaa mul’isaniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa 'agarsiisa qilleensarraa Leencoota Gurrachaarratti’ balalistoota gahumsa ajaa'ibaa galmeessanii fi qaamolee hirmaatanif…
Hoggantoonni Daandii Qilleensichaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa Kiristoofar Laandaaw waliin mari’ataniiru.
Kiristoofar Laandaaw…
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal Firaansiikoo Ariizoo waliin mari’ataniiru.
Pirezidaanti Taayyee…
Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalaniiru.
Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimuud Alii Yusuuf…
Xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifame
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darbanitti xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifameera jedhe Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii…
Dooktar Abiy Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa KiristooforTii laandawu fi Afrikaatti Ajajaa Ajaja Ameerikaa Jeneraal…
Itiyoophiyaafi Ameerikaan hariiroo gamlamee cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Itti aanaan Ameerikaa Kiristoofer Laandaw waliin mari’ataniiru.…
Damma Toonii kuma 300 fi kuma 59 omishuuf hojjetamaa jira- MQ
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Bara baajata kanatti Damma toonii kuma 300 fi kuma 59 oomishuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Gorsaan Minisitir Deetaa Ministeera Qonnaa…
Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon…
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…