Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hirkattummaan Naannoo Oromiyaa gadi bu’eera – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Hirkattummaan Naannoo Oromiyaa gadi bu'eera jedhen Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.
Manneen barnootaa kuma 3 ol irra…
Kenna tajaajila si’ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – obbo Awwaluu…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Kenna tajaajila si'ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu…
Barri 2018 bara roga hundaan bu’aa gurguddaan itti galmaa’anidha – Obbo Kaffaloo…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) - Barri 2018 bara roga hundaan bu'aa gurguddoon itti galmaa'anidha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromoyaa obbo kaffaloo…
Raawwiin hojii bara 2018 fi karoorri tarsiimoo waggaa 5 bu’aa % 96 oliin xumurame – Kantiibaa…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Raawwiin hojii bara 2018 fi karoorri tarsiimoo waggaa 5 magaalaa Finfinnee bu’aa % 96 oliin xumurame jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebeen.
Gamaaggama…
Gaaffii hawaasni dhiyeessii Bishaanii fi uwwisa daandiin walqabatee kaasu deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Hoggantoonni Biiroo Bishaanii fi Inarjii…
Lammiileen odeeffannoo sobaarraa of eeguu qabu – Komishinicha
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Adeemsa Maree Biyyaalessaa ilaalchisee odeeffannoon qaamoleen tokko tokko miidiyaa hawaasummaan tamsaasaa jiran odeeffannoo sobaati jedhe Komishiniin…
Ammas taanaan qaama qalbii jijjiirateef balballi nagaa hin cufamne – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Bara 2019 diinagdeen naannoo Oromiyaa % 11.7 akka guddatu raagame – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Dhaloota dorgomaa, naamusaafi dandeettii qabu horachuuf xiyyeeffannoon hojjtamaa jira – Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Piroojeektii Finnaa 73 mootummaan raawwachuuf qabate keessaa 37 tajaajila eegalan – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…