Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Atileetiin sanada sobaan qabiyyee qaama biraa Birrii miiliyoona 700 gurguruuf walii gale adabame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Atileet Dirribaa Margaan sanada sobaan qabiyyee nama biroo Birrii miiliyoona 700tti gurguruuf walii galuu isaan hidhaa cimaa waggaa 3 fi…
Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Naannoo Oromiyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) -Waliigaltee nageenyaa taasifame booda jilli qondaaltota WBO hojiilee misoomaa Naannoo Oromiyaa bakka garaagaraatti argamu daawwataniiru.
Jillichi…
Waliigaltee araaraa hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa socho’aa turan…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Waliigaltee araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltota WBO gidduutti taasiifame hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa…
Itiyoophiyaa fi Paakiistaan tumsan damee Aviiyeeshiniin qaban cimsuuf walii galan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Paakiistaan tumsa damee Aviiyeeshiniin qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Paakiistaanitti Ambaasaaddarri…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 19ffaan magaalaa Goondaritti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti magaalaa Goondaritti kabajameera.
Guyyaan kun waliigaltee fi…
Waliigaltee araaraa hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa socho’aa turan…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Waliigaltee araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltota WBO gidduutti taasiifame hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa…
Qondaaltoonni WBO Jaal Sanyii Nagaasaan durfamu Kantibaa Adaanech Abeebee waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Qondaaltoonni Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Sanyii Nagaasaan durfamu Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee waliin mari’ateera.
Jilichi…
Komishiniin Gamtaa Afrikaa adeemsa hidhattoota duraanii deebisanii ijaaruuf hojjetamu deeggaruu kan…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Komishiniin Gamtaa Afrikaa adeemsa hidhattoota duraanii deebisanii ijaaruuf hojjetamu deeggaruu kan itti fufu ta’uu beeksiseera.
Komishiniin Haaromsa…
Miseensonni WBO kallattii hundaan gara wiirtuu qophaa’efitti imalaa jiru jedhame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Waliigaltee nagaa waareessuu Mootummaa Naannoo Oromiyaafi qondaaltoota WBO waamicha nagaa hordofee Miseensonni WBO kallattii hundaan gara wiirtuu…
Fooramiin lammiilee paarlaamaa jalqabaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Dhimmoota biyyaalessaa fi Ardiirratti kan xiyyeeffate Fooramiin lammiilee paarlaamaa jalqabaa gaggeeffamaa jira.
Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota…