Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina gaaffii Ulaa Galaanaaf Lammiileen hundi tumsuu qabu – Hayyoota
Finfinnee, caamsaa 10, 2017 (FMC) - Mirga biyyattiin ulaa galaanaa argachuuf qabdu dhugoomsuuf hojiin mootummaan hojjechaa jiru akka milkaa’uuf lammiieen hundi qooda irraa eegamu gumaachuu…
Oromiyaatti Ashaaraa Magariisaaf boolli biqiltuu biiliyoonni 1 qophaa’eera
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti boolli biqiltuu biiliyoonni 1 qophaa’uu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Adeemsi raayyaa ergamaafi dirqama isaa bahatu ijaaruu cimee itti fufa- Ajaja Kibbaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Adeemsi raayyaa ergamaafi dirqama isaa bahatu ijaaruu cimee kan itti fufu ta’uu Ajajni Kibbaa ibse.
Ajajichi loltoota bu’uuraa ji’oottan darban…
Aartiin ijaarsa biyyaaf qooda olaanaa qaba – Gar/ Piroofesaraa Nabiyyuu Baayyee
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Aartiin Itiyoophiyaa ijaaruu keessatti qooda olaanaa qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Gargaaraan Piroofesaraa Nabiyyuu…
Mootummaan Jaappaan deeggarsa Doolaara miiliyoona 17.4 Itiyoophiyaaf kenne
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Mootummaan Jaappaan magaalaa Finfinneetti ittisa dhibee daddarboo fi tajaajila fayyaa cimsuuf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 17.4 kenneera.…
Itiyoophiyaan Hubannoo namtolchee, bu’uuraalee misooma Diijitaalaa fi dagaagina ogummaan hojii…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan Hubannoo namtolchee, bu'uuraalee misooma Diijitaalaa fi dagaagina ogummaan hojii fakkeenyummaa qabu hojjechuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Hojiileen Riifoormii Itiyoophiyaa ammayyeesuuf eegalaman murannoo hoggansaa kan agarsiisaniidha –…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Hojiileen Riifoormii Itiyoophiyaa ammayyeesuuf eegalaman ga’umsa ogummaa fi murannoo hoggansi jijjiiramaa qabu kan agarsiisaniidha jedhan Itiyoophiyaatti…
Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 9.9 galmeessaniif…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 9.9 galmeessaniif eeyyamni Invastimantii kennamuu Biiroon Invastimantii…
Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argatan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Bara kana Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argachuu ibsameera.
Lammiileen kunneen biyyoota waliigaltee bobbii…
Magaalaa Sooddootti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Godina walaayittaa Bulchiinsa Magaalaa Sooddootti ganama har’aa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…