Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Marsaa jalqabaan hidhattoota duraanii kuma 75 deebisanii dandamachiisuuf hojiileen hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)-Marsaa jalqabaan hidhattoota duraanii kuma 75 deebisanii dandamachiisuuf hojiileen hojjetamaa jiran jajjabeessoodha jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisan Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru.
Hojiilee…
Aanaa Alaltuutti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Alaltuutti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame.
Balichaan lubbuun namoota 11…
Baankichi gatii Tajaajilaa fi Dhala Liqaarratti fooyyeessa taasiisuufi
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Baankiin Daldala Itiyoophiyaa gatii tajaajilaa fi Dhala Liqaarratti fooyyeessa taasiisuuf ta'uu beeksise.
Haaluma kanaan tajaajila Dhala Liqaa, Damee fi…
Godinichatti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol Qonna Gannaan misoome daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Godina Baaleetti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol midhaan akaakuu adda addaan misoome ogeeyyii miidiyaan daawwatameera.
Ogeeyyiin Miidiyaa…
Qajeelfamni Dizzaayina Daandii Magaalootaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii Inistiitiyuutii Imaammata Misooma Geejiba Idil Addunyaa waliin ta'uun Qajeelfama Dizzaayina Daandii Magaalootaa…
Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta'e ijaarsa Loojii Gar'aaltaa daawwataniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma…
Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…
Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru.
Sirna…
Paartiin Badhaadhinaa paartii waggoota muraasa keessatti milkaa’inoota hedduu galmeessedha…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina Hunda Galeessaaf' jedhuun…