Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giriik dhiyeessii humna namaa leenji’erratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Giriik dhiyeessii humna namaa leenji’ee dameewwan ogummaa garaagaraarratti bobba’uu danda’urratti Itiyoophiyaa waliin tumsaan hojjechuu akka barbaaddu…
Dooktar Abiy Ahimad Masoob Tajaajila Jiddugala Tokkoo eebbisiisan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masoob Tajaajila Jiddugala Tokkoo eebbisiisan.
Gama kenniinsa tajaajilaan hojimaatilee lammiilee keenya…
Itiyoophiyaan adeemsa miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa yeroo qabameefitti xumuruuf kutannoo…
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan adeemsa miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa yeroo qabameef keessatti xumuruuf kutannoo qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…
Dorgommii fiigicha Kiiloomeetira 10 “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu”f daandiiwwan konkolaattotaaf…
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Dorgommii fiigicha Kiiloomeetira 10 “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” guyyaa boruu gaggeeffamu sababeeffachuun Poolisiin Magaalaa Finfinnee daandiiwwan…
Tajaajila paaspoortii argachuuf eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaan” haalduree ta’uufi
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa tajaajilawwan paaspoortiif eenyummeessaa diijitaalaa “Faayidaa” akka ulaagaa tokkootti kaa’uun Sagantaa Eenyummeessaa…
Hangafni Phaaphaasotaa Firaansiis uummata addunyaa gaarummaan tajaajilaniiru- Pireez. Taayyee…
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasotaa Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Firaansiis uummata addunyaa gaarummaan tajaajilaniiru jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan.
Giddugalichi qindeessummaa artist Alamtsahaay…
Paartichi Walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) –Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumureera.
Korichi walga'icha xumuruu ilaalchisee ibsa…
Raayyaan biyyaaleessaa kaayyoo isaa hubate ijaarameera-Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Raayyaan biyyaaleessaa gama hundaan of gahoomsee fi kaayyoo isaa sirnaan hubate ijaaramuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi…
Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa-Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Afrikaarraa jalqaba kan ta’ee Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa- Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Garichi leenjii waloo magaalaa…