Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa ba’u xiqqeessuu barbaachisa-…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Doktar Alamuu Simee Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa boba’aaf ba’u…
Dooktar Abiy Ahimad Dirre Dhawaatti simataman
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Dirre Dhawaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad wayita buufata Xiyyaaraa Idil…
Ministirri Alaa Kuubaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ministirichi wayita…
Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 43 gara biyyaa deebi’ana
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Hojii Diippiloomaasii lammiileerratti xiyyeeffatee hojjemaa jiruun Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 43 gara biyyaa…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pirojektoota garaagaraa Eebbisisaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan pirojektoota garaagaraa eebbisisaa jiraachuun ibsame.
Fiildi…
Dooktar Alamuu Simeen Miseensa Boordii Fandii Nageenya Daandii Mootummoota Gamtoomanii ta’an
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Minstirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Miseensa Boordii Fandii Nageenya Daandii Mootummoota Gamtoomanii ta’uun muudaman.…
Hojiileen Misoomaa Kutaa magaalaa Sulultaatti hojjetaman fayyadamummaa uummataa kan…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hojiileen Misoomaa Kutaa magaalaa Sulultaatti hojjetaman fayyadamummaa uummataa kan mirkaneessan ta'uu ibsameera.
Miseensonni Mana Maree Bakka…
Guyyaan kenniinsa qormaata eebbaan boodaa biyyaalessaa dheereffame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Guyyaan kenniinsa qormaata eebbaan boodaa biyyaalessaa (NGAT) marsaa 3ffaan gara Bitootessa 12, 2017’tti dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Aadde Muufariyaat Kaamiil Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamiil Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaabiliika Kooriyaa Ambaasaaddar Juung Kaang waliin…
Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii hunda’e
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii Yuunivarsiitiiwwan 21 keessatti hammataman hunda’uun ibsame.
Yaa’iin hundeeffama waldichaa Yunivarsiitii…