Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni Nagaa Kabaachiisa Itiyoophiyaa ergama isaa ga’umsaan bahataa jira – DhMG
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Humni Nagaa Kabaachiisaa Itiyoophiyaa ergama ga'umsaan bahataa jiraachuu Dhaabbanni Mootummooa Gamtoomanii ibse.
Sudaan Kibbaatti Raayyaan Nageenya…
Pireezidaanti Muusee Biihiin, murannoo Itiyoophiyaaan ummata Somaaliilaand cinaa dhaabbachuun…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Itiyoophiyaaa fi Inistiityuutiin qabeenya Addunyaa tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaaa fi Inistiityuutiin qabeenya Addunyaa dameewwan adda addaan tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministir Deetaan…
Dureeyyiin Kooriyaa Itiyoophiyatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an gaafatame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Itiyoophiyatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an gaafatameera.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Daandiin Qilleensichaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa bara 2025…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa filannoo imaltoota ‘APEX’ 2025 argate.
Badhaasni Urjii…
Naannoo Oromiyaatti talaaliin Kaansarii Fiixee Gadameessaa kennamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godinaalee fi magaalotatti talaaliin ittisa Kaansarii Fiixee Gadameessaa kennamaa jira.
Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa…
Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa waajjiraalee damee naannolee fi bulchiinsa magaalotaa Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Tumsa Misooma Magariisaa bara 2027 akka keessummeessitu filatamte
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Tumsa Misooma Magariisaa Idil Addunyaa (P4G) bara Faranjootaa 2027 gaggeeffamu akka keessummeessitu filatamuu ibsameera.
Ministir…
Dooktar Abiy Ahimad Indaastiriiwwan sochii ‘Itoophiyaan Haa Homishtu’ gaggeessan…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastiriiwwan sochii 'Itoophiyaan Haa Homishtu' gaggeessan daawwataniiru.
Dooktar Abiy omishtummaan damee…
Guyyaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa garaa…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa garaa garaatti mata dure ‘Ol’aantummaa Yaadaa Badhaadhina Hunda…