Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) -Bu'aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Waggaa 90ffaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa’ummaa olaanaa irra jira –…
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa'ummaa olaanaa irra jira jedhan Leetinaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa.
Ministirri Muummee Dooktar…
Finfinneetti gamaaggamni raawwii hojii karooraa baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamuu eegaleera.
Kantiibaan Magaalaa…
Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima’aa argachuusaan tarkaanfachuu…
Finfinnee, Amajii 15, 2018(FMC) - Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima'aa argachuusaan tarkaanfachuu danda'eera jedhan pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Gamaaggamni raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa gaggeeffamaa ture milkaa’inaan…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa gaggeeffamaa ture milkaa’inaan goolabameera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Itiyoophiyaafi Jibuutiin yakkoota daangaa ce’an waloon ittisuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Jibuutiin yakkoota daangaa ce’an waloon ittisuuf waliigaltee loltummaa mallatteessan.
Waliigalticha Ajajaa Olaanaan ajaja Kaaba Bahaa…
Ga’umsi Imala magaalummaa Itiyoophiyaa cimaa ta’uu argaa jirra – Pirezidaanti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Ga'umsi imala magaalummaa Itiyoophiyaa cimaa ta’uu argaa jirra jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Pirezidaanti Taayyee…
Dooktar Abiy Ahimad guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun agarsiisa…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaa…
Hojii Misooma Sululaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojii misooma Sululaa hawaasa hirmaachise hojjetamaa jira.
Kutaa magaalichaatti bara kana Sululoota adda bahan 4 keessatti…
Kantiibaawwan Afrikaa muuxannoo Biiroo Galiiwwanii Finfinnee qooddatan
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kantiibaawwan magaalootaa fi bulchitoonni naannolee Afrikaa muuxannoo qooddachuuf gara Finfinnee dhufan hojiilee riifoormii Biiroon Galiiwwanii hojjetaa…