Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Har’i Itiyoophiyaaf guyyaa seenaa addaati – Dooktar Warqinaa Gabayyoo
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon sirna baniinsa maree biyyaalessaa Itiyoophiyaarratti argamuun…
Yaa’iin kun kallattii imala siyaasaa fi hawaasummaa Itiyoophiyaa sirreessa- Piroofeesar Masfin…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Yaa’iin Marii Biyyaalessaa kallattii imala siyaasaa fi hawaasummaa Itiyoophiyaa sirreessa jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar…
Dooktar Abiy Ahimad Eegzibiishinii imala waggoota afurii komishinichaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Eegzibiishinii imala waggoota afurii Komishinii Marii Biyyaalessaa daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar…
Mareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaatti nageenya waareessuufi tokkummaa biyyaalessaaf murteessadha.
Garaagartewwan ilaalchoota siyaasaa fi hawaasummaan uumaman afaan qawween osoo hin taane waldhaggeeffachuu fi mariin furuun daandii filatamaadha.
Adeemsi kun biyya cimtuu waliigaltee…
Olusegun Obasaanjoo- Hojjetaa Nagaa Afrikaa
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Pirezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Olusegun Obasaanjoo biyya Itiyoophiyaa fi Itiyoophiyaanota biratti baay'ee beekamu.
Obasaanjoo biyya isaanii…
Gareen seeraan alaa ABUT madda rakkoo fi hiraarsaa seenaa uummata Tigraay ta’ee itti fufeera…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT filannoo nagaa irra deddeebi'ee dhiibuun madda rakkoo fi hiraarsaa seenaa uummata Tigraay ta'ee itti fufeera jedhan Dura ta'aan…
”Itiyoophiyaanonni haala qaroomina qabuun mari’achuuf walitti qabamuun, olka’iinsa…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaanonni haala qaroomina qabuun mari’achuuf walitti qabamuun isaanii olka’iinsa Itiyoophiyaa kan agarsiisudha jedhan Ministirri Nagaa Mahammad…
Yaa’ichi Itiyoophiyaa nagaa, diimokiraatawaa taatee fi waliigalteerra geesseef bu’uura…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa nagaa, diimokiraatawaa taatee fi walii galteerra geesseef bu'uura kan buusu ta'a jedhan Komiishinarri Olaanaan…
Milkaa’ina yaa’ii marii biyyaalessaaf qophiin xumurameera- Komishinicha
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018( FMC)- Milkaa’ina yaa’ii marii biyyaalessaa guyyaa boruu eegaluuf qophii gahaan taasifameera jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Obbo Ahimad Shideen Daayirekteera Oppireeshiin Maneejiingi Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Minisitiirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Daayirekteera Oppireeshiin Maneejiingi Baankii Addunyaa Aanaa Beerdee waliin mari’ataniiru.
Obbo…