Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumurame-Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )-Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Ministeerri Barnootaa.
Daayirektarri Olaanaan Tajaajila Madaallii…
Industiriin Oomisha Maashinaroota Qonna Adaamaa maashinoota ammayyaa’oo Biiroo Qonnaa Naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017(FMC) – Garee Itiyoo Ijiinaringitti Industiriin Oomisha Maashinaroota Qonna Adaamaa maashinoota ammayyaa’oo 50 Biiroo Qonnaa Naannoo Somaaleef dabarseera.…
Hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )- hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba jedhan Minstirri Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xirunaan.…
Hojiin seenaashee durii daran miidhagsu Jimmatti hojjetamaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Hojiin seenaashee durii daran miidhagsu Jimmatti hojjetamaa jira jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamsgeen Xurunaan…
Godinichatti galiin karoorfame % 83 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Waajjirri Galii Godina Arsii galii bara kana walitti qabuuf karoorfadhe keessaa %83 kan caalu walitti qabeera jedhe.
Waajjirichi bara kana galii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa gara Hayidiraabaadiitti taasise
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa Finfinnee gara Hindi Hayidiraabaadiitti taasise.
Daandichi torbeen guyyaa sadi balallii Finfinnee…
Hojiileen tajaajila lammummaa misooma waloorratti xiyyeeffatu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) - Hojiileen Tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaatti raawwatamaaa jiran misooma waloorratti kan xiyyeefataniidha jedhe Biiroon maallaqaa Oromiyaa.…
Manni Marichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota lama irratti murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeeseeen dhimmoota lama irratti mari’achun murtoo dabarseera.
Manni Marichaa qabeenya…
Hidhi Haaromsaa Guddichi kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati-…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Godaambaan Masaraa Biyyaalessaa uummataaf baname
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Haaromsarra kan ture godaambaan Masaraa Biyyaalessaa guyyaa har'aa irraa eegalee uummataaf banameera.
Masaraan mootummaa kun konkolaattota duriifi…