Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii Misooma Sululaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojii misooma Sululaa hawaasa hirmaachise hojjetamaa jira.
Kutaa magaalichaatti bara kana Sululoota adda bahan 4 keessatti…
Kantiibaawwan Afrikaa muuxannoo Biiroo Galiiwwanii Finfinnee qooddatan
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kantiibaawwan magaalootaa fi bulchitoonni naannolee Afrikaa muuxannoo qooddachuuf gara Finfinnee dhufan hojiilee riifoormii Biiroon Galiiwwanii hojjetaa…
Sagantaa ashaaraa magariisaan magaalonni Itiyoophiyaa jijjiiramaa fi miidhagaa jiru
Keessattuu biqiltuuwwanii dhabamanii fi bakkeewwan bashannanaa ummataan misoomaan miidhagina magaaloota dabalaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee ibseera.
Iddooleen kana dura…
Oppireeshiniin sochiilee humnoota sodaa keessoo fi alaa fashaleessuu raawwatame- Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa oppireeshiniin sochiilee humnoota sodaa keessoo fi alaa fashaleessan raawwatamaniiru jedhe.
Qorannoon…
Yaa’ii Hoggantoota Afrikaa 39ffaan milkaa’inaan xumuramuuf…
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Dhaabbiileen nageenyaa yaa’ii Hoggantoota Afrikaa 39ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu milkaa’inaan akka xumuramuuf karoora nageenyaa qophaa’erratti…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gitsaanii Jarmanii Dooktar Johaan Waadfuul waliin mari’ataniiru.
Maricha ilaalchisee…
Fooramii Itiyoophiyaan deeggartuu tarsiimawaa guddina waaraafi hammataa ta’uu ishee itti agarsiiste…
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan hirmaannaa Fooramii Diinagdee Addunyaa irratti taasisaa jirtuun guddina waaraafi hammataa itti fufsiisuuf deeggartuu tarsiimawaa taatee itti…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarman Jo’aan Waadfuul waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Itiyoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf kan dandeesisu sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Ittisaa…
Fooyya’iinsi sirna bulchiinsa taaksii sassaabbii galii magaalichaa irratti iftoomina uumeera-…
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi sirna bulchiinsa taaksii sassaabbii galii magaalichaa irratti iftoomina uumeera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…