Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee cimaa ijaaruun dhaloota dhufu bu’aa ba’iirraa oolchuu…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) –Seenaan Itiyoophiyaa jaarraa hedduuf yaadatamu, kuusaa bilisummaa, birmadummaa fi boosnaa dhalootaa irraa gara dhalootaatti darbu qofa miti.
Seenaa…
Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Onkololeesa 3, 2019 (FMC)- Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Muhaammad…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan taphni har’a Atileetikoo Maadriid Maanchiister Yuunaayitiid, Arsenaal ammoo Liil taasisan ni…
Dhaabbileen Tajaajilaa Hojii Isaanii Itti Fufuu fi Sochiin Daldalaa Eegalamuun Abdii Nutti Uumeera9…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Dhaabbileen tajaajilaa hojii isaanii itti fufuu fi sochiin daldalaa eegalamuun abdii akka isaanitti uume jiraattonni magaalaa Maq'aleetti ibsan.…
Itiyoophiyaa irraa muuxannoo sadarkaa idil-addunyaatti filatamaa ta’e arganneerra — Kaashim…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan hojii damee Misooma Ijoollummaan duraa irratti hojjechaa jirtu irraa muuxannoo sadarkaa idil-addunyaatti filatamaa ta’e arganneerra…
Caaseffamni Kaabinee Haaraan Bulchiinsa Gaarii kan Mirkaneessuu fi Guddina Hunda Galeessaa kan…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Caaseffamni Kaabinee haaraa fi muudamni ministirootaa bulchiinsa gaarii diriirsuu fi guddina hunda galeessaa mirkaneessuuf kan dandeessisuu dha jedhan…
Dooktar Iyyoob Takkaaliny Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaatti Daayirektara Kutaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaa fi Dhaabbanni Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) tumsa isaanii cimsuuf marii gama lameenii gaggeessaniiru.
Jilli Bulchaa Baankii…
Mallattoo bilisummaa fi birmaddummaa keenyaa kan ta’e Alaabaa keenya ol kaasnee kabajuun nu boonsa…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) - Alaabaa mallattoo bilisummaa fi birmaddummaa keenyaa ta’e ol kaasnee kabajuun nu boonsaa jira jedhan hawaasni garaagaraa Faanaa Dijiitaaliif yaada…
“Isin tajaajiluuf malee, isin bulchuuf hin dhufne” – Obbo Masfin Malaakuu
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2019 (FMC) - Godina Lixa Oromiyaatti gurmaa’insa haaraa lafa qabsiisuun rakkoo nageenyaa furuu, gaaffii misoomaa deebisuu fi kenniinsa tajaajila mootummaa…
Alaabaa; Ibsituu Tokkummaa Sabdaneessummaa Itiyoophiyaanootaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2019 (FMC)- Alaabaan Itiyoophiyaa biyyattiif hiika guddaa qaba.
Halluuwwan magariisa, keelloo fi diimaan faayyeffamee baroota keessatti mallattoo biyyattii…