Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliin mari’achuu dhabuun keenya wareegama hin malle nu kaffalchiiseera – Af…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Garaagartee jirurratti teenyee mari'achuu dhabuun keenya wareegama hin malle nu kaffalchiiseera jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo…
Balaa Bidiruu mudateen Lubbuun Itiyoophiyaanoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)-Sanbata Duraa galgala Bidiruun Godaantoota Itiyoophiyaa 35 feetee Jibuutirraa gara Yemanitti imalaa turte dhidhimuun Lubbuun lammiilee Itiyoophiyaa 20…
Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraa ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise.…
Yakki reebichaa Abbaa Seeraa Jiinenuus Nagaasaarratti raawwatame qoratamaa jira – MMWO
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti yakka reebichaa Abbaa Seeraa Jiinenuus Nagaasaarratti raawwatame…
Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta'uu hirdofee Dhaabbileen adda addaa misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti hirmaachaa…
Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa’aa ijaaruuf dandeessisa –…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa'aa fi Guddina diinagdee cimaa ijaaruuf murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Miseensoota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Miseensoota Waraana Bilisummaa Oromoo daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Garaagarummaa siyaasaa…
Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Dargaggoota waliin mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi fayyadamummaa dargaggootaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Fooramiin waliigaltee biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)-Fooramiin waliigaltee biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Fooramichi ji’a ji’aan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataan kan…