Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Walga’iin Jalqabaa Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa magaalaa Bishooftuutti taa'amaa jira.
Kaayyoon walga’ichaa…
Kutaa Magaalaa Sulultaatti mariin Tumaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti mariin Tumaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee gaggeeffameera.
Mariin tumaa Abbootii Gadaafi haadholii…
Hoggantoonni dhaabbilee deeggartootaa idil-addunyaafi naannawaa Hidha Guddicha daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Hoggantoonni dhaabbilee deeggartootaa idil-addunyaafi naannawaa akkasumas ogeeyyiin nageenya hidhaa, Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa…
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Sulultaatti misooma jallisii daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii Aanaa Sulultaatti, qamadii dargaggoonni waldaan gurmaa'anii jallisiin…
Hoggantoonni Olaanoo Mana Maree waloo Paartilee siyaasaa Giddugala Konveeshinii Idil Addunyaa Addis…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC)- Hoggantoonni Olaanoo Mana Maree waloo paartilee siyaasaa fi bakka butoonni dhaabbilee siiviilii Giddugala Konveeshinii Idil Addunyaa Addis…
Guyyaan muudama aangoo Paatiyaarikummaa eebbifamoo Abuune Maatiyaas waggaa 12ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC )- Guyyaan muudama aangoo Paatiyaarikummaa Paatiyaarikii Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa eebbifamoo Abuune Maatiyaas waggaa 12ffaan…
Hoggantootaafi hojjettoota Tajaajila Elektirikaa Itiyoophiyaa 22 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi hojimaata badaa hambisuuf hojjetameen hoggantootaa fi hojjettoota dhaabbatichaa 22 irratti tarkaanfiin…
Ibsi Keeniyaa Naayiroobirraa kenname beekamtii ONLF’n ala – koree Giddugaleessaa ONLF
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Ibsi mootummaan Itiyoophiyaa waliigaltee nageenyaa cabse jechuun Keeniyaa Naayiroobirraa kenname beekamtii ONLF' ala ta'uu Koreen Gidduleessaa Adda…
Guyyaan Yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaan guutuu biyyaatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaan mata duree ‘Adwaa Injifannoo Ummattoota Gurraachaa’ jedhuun guutuu Itiyoophiyaatti kabajameera.…
Dirre Dhawaatti Soomawwan sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa Sooma Ramadaanaa fi Sooma Guddaa Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsa galteewwan nyaataa…