Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Olaanoo Baankii Bu’uuraalee Misoomaa fi Invastimantii Eeshiyaa…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Olaanoo Baankii Bu’uuraalee Misoomaa fi Invastimantii Eeshiyaa waliin mari’ataniiru.…
Gamtichi dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna Maallaqaa isaa cimsachuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)- Gamtaan Afrikaa dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna maallaqaa isaa cimsachuun akka qabu hayyoonni damichaa ibsan.
Miseensonni gamtichaa madda…
Balaa Ibiddaa Turkitti mudateen lubbuu namootaa darbeef mootummaan Itiyoophiyaa gaddi itti…
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Turki bulchiinsa Booluutti Balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 66 yoo darbu, namoota 51 oliirra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera.
Balicha hordofee…
Humna Qilleensaa Afrikaatti adda duree ta’e ijaaruuf hojjetamaa jira – L/J Yilmaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Afrikaatti adda duree ta'e ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Ajajaa Olaanaan Humna qilleensichaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Korichi raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggame
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Koreen Riifoormii Taaksii Biyyaalessaa raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggameera.
Raawwiin hojii sassaabbii galii baatiwwan jahan darbanii…
Obbo Awwaluu Abdiin jiraattoota Aanaa Yaayyaa Gullallee waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Kaabaatti Jiraattota Aanaa Yaayyaa Gullallee waliin…
Pireezidaanti Taayyeen yeroo hojii isaanii kan xumuran Ambaasaaddara Gaambiyaa gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen yeroo hojii isaanii kan xumuran Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Gaambiyaa kan turan Jaayinaabaa Jaagineen…
Haadha ijoollee ishee mana barumsaa geessaa turte dabalatee balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3…
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Magaalaa Dabra Birhaanitti Haadha Ijoollee ishee mana barumsaa geessaa turte dabalatee Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbuun ibsame.…
Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magaalaa Loogiyaa tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magalaa Loogiyaa eebbifamuun tajaajila kennuu eegaleera.
Piroojektiin Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80…
Xaa’oon biyyoo gara naannoo Tigraayitti geejjibsiifamaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Mootummaan Federaalaa Xaa’oo biyyoo bara oomishaa 2017/18’f oolu gara naannoo Tigraayitti geejjibsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa bulchiinsa yeroo…