Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidhaa moo faayidaa isheetu caala?
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Qublamee, kinchirree, Kiniinii Garaa, Qashaa /Aarqeen Aadaa miidhaa moo faayidaa isheetu caala?
Araqeen Aadaa miidhaan hawwasummaa, diinagdee fi fayyaa…
Uummanni qaamolee odeeffannoo sobaan jeequmsa uumuuf yaalaniin shororkaa’uu hin qabu- Mahaammad…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Uummanni odeeffannoo sobaa qaamoleen nageenya Itiyoophiyaa hin barbaanne tamsaasaniin shororkaa’uu akka hin qabne Ministirri Ministeera Nagaa Mahaammad…
Poolisiin hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate.
Poolisiin magaalichaa yakkoota…
Manneen Murtii teeknooloojiitti fayyadamuun hawaasni tajaajila si’ataafi qaqqabamaa akka…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bu'aafi dhiibbaa teeknooloojiin sirna seeraa Itiyoophiyaa keessatti qaburratti sinpooziyeemii qorannoo…
Mootummaan hanqinaalee misooma fayyaa qoraa jiran furuuf hojjechaa jira- Piroofeesar Natsannat…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) –Mootummaan hanqinaalee misooma fayyaa qoraa jiran adda baasuun hirmaannaa hunda galeessa ta'een furuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira jedhan Hoggantuun…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen abbootii amantaa Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen abbootii amantaa Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa guyyaa har’aa Masaraa Mootummaa Biyyaalessaa daawwatan…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota daldalaa, invastimantiifi biroorratti mari’ataniiru.…
Obbo Taayyee Danda’aan mana amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan ajajni kenname
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Obbo Taayyee Danda’aan mana amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan Manni Murtii ajaja kenne.
Ministir Deetaa duraanii Ministeera…
Itiyoophiyaa qulqullooftuu mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Hojiin Itiyoophiyaa qulqullooftuu mirkaneessuuf hojjetamu cimee itti fufa jedhe Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itiyoophiyaa.
Daayrektarri Olaantuun…
Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa har’a eegale oolmaan guyyaa jalqabaa nagaan xumurameera.
Barattoonni kumni 700 fi kumni 69 fi…