Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatii Bitootessaa keessa Gatiin gurgurtaa Boba’aa haaluma Baatii Guraandhalaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Baatii Bitootessaa keessa Gatiin gurgurtaa Boba’aa Qinxaaboo haaluma Baatii Guraandhalaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Ajajni Giddugala Daalool guyyaa injifannoo Adwaa 129ffaa kabaje
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Raayyaa Ittisaa biyyaatti Ajajni Giddugala Daalool guyyaa injifannoo Adwaa 129ffaa kabajeera.
Injifannoon Adwaa, injifannoo tokkummaafi jaalala…
Hoggantoonni Mana marichaa Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi Miseensonni Mana Maree Waldaalee Damee Daldala Magaalaa Finfinnee Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.…
Injifannoon Adwaa eenyummaa Itiyoophiyaa mul’isuuf barnoota guddaadha – Pireezidaanti…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa eenyummaa Itiyoophiyaa mul'isuuf barnoota guddaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen himan.
Guyyaan Yaadannoo…
Raayyaa amansiisaa aggaammii diinaa kallattii kamiiniyyuu qolachuu danda’u ijaaruun danda’ame –…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Raayyaa amansiisaa aggaammii diinaa kallattii kamuu qolachuu danda’u ijaaruun danda’amuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild…
Injifannoo Adwaatti fayyadamuun qormaatilee ceenee biyya cimtuu ijaaruu qabna – Injinar…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Qormaatilee ce'uun biyya cimtuu fi badhaatuu ijaaruuf injifanoo Adwaa fayyadamuun barbaachisaa akka ta'e Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar…
Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Amaaraa, Beenishaanguul Gumuzii fi Gaambeellaatti…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Amaaraa, Beenishaanguul Gumuzii fi Gaambeellaatti kabajameera.
Guyyichi magaaloota garaagaraa…
Adwaan injifannoo Itiyoophiyaan seenaa addaa itti barreessiteedha – Lij Daani’eel Jootee
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Adwaan injifannoo Itiyoophiyaan seenaa addaa itti barreessite mallattoo injifannoo ummattoota gurraachaa ta’uu Pireezidaantiin Waldaa Gootota Durii…
Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Sidaamaa fi Harariitti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa fi Harariitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi naannoo Harariitti…
Biyyoonni garaagaraa guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti argaman guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…