Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee itti fufa –…
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksiise.
Yakki…
Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa Buna gamashuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa buna gamashuun hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Godinicha Aanaa Maannaatti hojiin duulaan buna dulloome…
Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa duudhaa Amantichaa eeggatee kabajamee xumurameera- KPO
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa bara 2017 karaa duudhaa Amantichaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Ayyaanichi…
Lammiilee Itiyoophiyaa 310 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Liibaanositti haala rakkisaa keessa turan 310 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen Wiixata darberraa eegalee gara…
Itiyoophiyaanonni biyyoota garaagaraatti argaman Ayyaana Cuuphaa kabajan
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaanonni hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biyyoota garaagaraatti argaman Ayyaana Cuuphaa kabajaniiru.
Haaluma kanaan Gamtaa Emereetota Arabaa…
Aartisti Inqusillaasee Warqagenyewu du’aan boqote
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Aartisti Inqusillaasee Warqagenyewu du’aan addunyaa kanarraa boqote.
Aartisti Inqusilalaseen dhibee irra bubbuleen hordoffiin wal’aansaa taasifamaafii…
Chaayinaan Giddugala Qorannoo Walta’iinsa Biyyoota Kibba-Kibbaa akka ijaartu beeksiste
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)-Chaayinaan Walta'iinsa Misoomaa Biyyoota guddachaa jiranii kan ta'e Giddugala Qorannoo Walta'iinsa Biyyoota Kibba-Kibbaa akka ijaartu beeksiste.…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ergaa Dooktar Abiy Ahmad Pirezidaantota Keeniyaa fi Yugaandaan ga’an
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Daarektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyaaleessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa…
Nageenya Magaalaa Goondar cimsa eegaa-Pir. Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)-Ummanni nageenya Magaalaa Goondar cimsanii akka eegan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hubachiisan.
Ayyaana Cuuphaa Magaalaatti…
Balaan ibiddaa Aanaa Wandootti mudatee ture to’atamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)-Balaan ibiddaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandoo Ganda Gootuu Olomaa bosona gaara Abarootti mudatee ture to'atamuu Bulchiinsi Aanichaa ibse.
Balichi…