Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii Baadiyyaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii…
Paartileen siyaasaa dhimma faayidaa biyyaalessaarratti waloon dhaabbachuu qabu- Aadde Adaanech…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Paartileen siyaasaa dorgomtootaa faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa akka kabajamuuf waloon dhaabbachuu qabu jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen mata duree…
Oomishaaleen biyya keessatti oomishamanii alatti ergaman guddachaa dhufan- Biiricha
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa Oomishaaleen biyya keessatti oomishamanii alatti ergaman guddachaa dhufan jedhe.…
Filannoo biyyaalessaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalaman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalamaniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa.
Boordichi hojiilee qophiin…
Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa boru eegala
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa guyyaa boruu eegala jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Barattoonni kutaa 6ffaa kumni 700 fi kumni 69 fi…
Dooktar Abiy Ahimad godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandarooota moodela baadiyyaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandaroota moodela baadiyyaa…
Hidhaaleen Madda Anniisaa Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Hidhaaleen Madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan jedhe Humni Elektirikii Itiyoophiyya.…
Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Godinichatti bara kana Biqiloota Mil 200 ol dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sagantaa Asharaa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan qophaa’aa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.
Ittigaaftamaan Waajiira…
Itiyoophiyaan egereen ishee bu’uura amansiisaarra akka dhaabbatuuf dhimmoota biyyaalessaa murteessaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan egereen ishee bu’uura amansiisaarra akka dhaabbatuuf dhimmoota biyyaalessaa murteessaa ta’an irratti mari’achaa jirti jedhe Tajaajilli…