Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiilee damee qabeenya bishaaniin hojjetamaniin naannawichatti fayyadamummaan haqa qabeessi…
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee damee qabeenya bishaaniin hojjetamaniin naannawichatti fayyadamummaan haqa qabeessi dhugoomeera jedhan Ministirri…
Gamaaggamni raawwii hojii mootummaafi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 2ffaa itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 14, 2018(FMC)- Gamaaggamni raawwii karoora hojii mootummaafi Paartii kurmaana 2ffaa bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa lammaffaa har'as itti fufeera.…
Finfinnee giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa –…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) –Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa fi giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa jedhan Kantibaan magaalichaa Adaanech…
Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise kan moggaafni Paaraantirooppis jechuun kennameef nnaannoo Afaar Miillee Loogiyaatti argame.…
Komishinichi ‘Gamtaa Sagalee Dubartootaaf’ irraa ajandaa fudhate
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ‘Gamtaa Sagalee Dubartootaaf’ irraa ajandaa fudhateera.
Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Waltajjii gamaaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa bara 2018 eegallee jirra…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)_ Waltajjii gamaaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa bara 2018 eegalleerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Itiyoophiyaatti Miidiyaaleen 309 eeyyama argatanii socho’aa jiru- Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaatti Miidiyaaleen 309 eeyyama seera qabeessa argatanii socho’aa jiru jedhe Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa.
Wayita ammaa…
Hooggansi sadarkaan jiru injifannoo haaraa galmeessisuuf xiiqeeffatee hojjechuu qaba- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hooggansi sadarkaan jiru injifannoo haaraa galmeessisuuf xiiqeeffatee hojjechuu qaba jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegaleera.
Gamaggamni raawwii hojii mootummaa fi paartii kurmaana…
Oromiyaatti gibira karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018(FMC) - Oromiyaatti gibira bara 2018 karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira jedhan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis…