Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii oolmaan guyyaa 5ffaa itti…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 har’a gaggeeffameen Atileet Hiiwoot Ambaaw fi Atileet Abdusalaam Abdulwahaab injifataniiru.
Dorgommii…
Dhiyeessii xaa’oo damee dhuunfaatti naannessuuf hammattoon seeraa qophaa’aa jira
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) - Waliingahiinsa xaa’oo guddisuuf hojii dhiyeessii xaa’oo damee dhuunfaatti naannessuuf hammattoon seeraa qophaa’aa jira.
Ministir Deetaan Ministeera…
Riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama isaa akka bahatu dandeessiseera
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC)- Komishinarri Jenereelaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama biyyaalessaa isaa…
Rakkoo waliingahiinsa bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC)- Rakkoo waliingahiinsa bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee yeroo gabaabaatti furuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa.
Akka…
Rogeeyyiin hawaasaa fi dhiibbaa uumtoonni maree biyyaalessaa keessatti qooda isaanii bahuu qabu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu dhaabbilee Federaalaa, Waldaalee, Rogeeyyii hawaasaa fi dhiibbaa uumtoota hirmaachise eegalameera.
Waldhabdee…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 46ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse.
1. Manni marichaa jalqabarratti kan mari’ate…
Finfinneetti hoteelonni 11 sadarkaa abbaa urjii 5 argatan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Ministeerri Tuuriizimii Magaalaa Finfinneetti hojii hoteelota sadarkeessuu gaggeesseen hoteelonni 40 sadarkaa urjii argataniiru.
Hoteelota 40 sadarkaa…
Lammiileen Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Hanga ammaatti lammiileen Itiyoophiyaa Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’aniiru jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Dubbi…
Magaalaa ammayyaa diinagdee bu’uura godhachuun hundaa’aa jiru Magaalaa Gadaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa boqonnaan jalqabaa yeroo ammaa karaa guutuu ta’een eegalameera.
Zooniin Diinagdaa Addaa Gadaa magaalaa…
Waajjirri Giiftii Duree deeggarsa wiilcharii taasise
Finfinnee, Caamsaa 20 , 2017 (FMC)- Waajjirri Giiftii Duree magaalaa Finfinneetti kutaalee hawaasaa rakkoof saaxilmaniif deeggarsa wiilcharii 46 taasise.
Waajjirichi daa’imannii fi…