Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godaantoonni 346 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Godaantoonni 346 Keeniyaarraa gara biyyaattii deebi’aniiru.
lammiileen 346 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa kibbaatti ce’uuf osoo…
Azaarbaajaan tumsa damee Qonnaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan tumsa damee Qonnaa fi Invastimantiin qaban caalmaatti guddisuuf mari’atan.
Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Yakka malaammaltummaan kan himataman Luba Balaay Makonniin faan badii raawwatan jedhaman
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Lakkoofsa Herreega Gamtaa Afrikaarraa Doolaara miiliyoona 6 fi kuma 50 waliin dhahuuf yaaluun yakka malaammaltummaan kan himataman Luba Balaay Makonniin…
Biirichi Piroojektoota bishaanii madda komii ta’an xumuruuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa piroojektoota bishaanii madda komii hawaasa ta’anii turan xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuuf xiyyeeffannoo kennee…
Obbo Awwaluun Hoggantoota dhaabbata Reach Digital jedhamu ’waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Dhaabbata Teekinoolojii Biyya Emereetoota Araba Gamtoomanii Reach Dijital jedhamu…
Xaa’oon Biyyoo Meetirik Tooniin kumni 300 fi kumni 13 Jibuutii qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Xaa’oon Biyyoo Meetirik Tooniin kumni 300 fi kumni 13 ol oomisha bara 2017/18'f oolu Jibuutii qaqqabuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii…
Dooktar Abiy Misooma Koriidarii magaalaa Goondar daawwatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haroomsa Masaraa Faasiladaasii fi misooma Koriidarii magaalaa Goondaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Itiyoophiyaan sirna nyaataa hundagaleessa jijjiirama qabeenya qilleensaaf hin jilbiifanne ijaaruuf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan sirna nyaataa hundagaleessa jijjiirama qabeenya qilleensaaf hin jilbiifanne ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Kirkirri lafaa Faantaalleetti irra deddeebiin mudataa jiru jiraattotatti sodaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Kirkirri lafaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Faantaalleetti irra deddeebiin mudataa jiru jiraattotatti sodaa guddaa ta’uu ibsameera.…
Jiraattoonni kutaalee Magaalaa Shaggar garaagaraa rakkooleen bu’uuraalee misoomaa nutti…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Bulchiinsi magaalaa Shaggar rakkoolee hawaasaa bu'uurarraa furuuf itti gaafatamummaa olaanaan hojjechaan jira jedhe.
Akka Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti…