Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti qabeenya manneen barnootaa sirnaan fayyadamuun akka of cimsan xiyyeeffannaan…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Naannoo Oromiyaatti qabeenya manneen barnootaa sirnaan fayyadamuun akka of cimsaniif xiyyeeffannaan hojjetama jedhan pirezidaantii itti aanaan Naannichaa…
Dhimmi Waraqaa eenyummaa dijitaala biyyaaleessaa dhimma ijaarsa biyyaati _ Dooktar Mangistuu…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Dhimmi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaaleessaa dhimma mirga lammiilee, wal amantaa uummataa fi mootummaa fi ijaarsa biyyaati jedhan Paartii…
Manni marichaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 52ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan:-…
Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurame -Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni cuuphaa Finfinnee dabalatee sadarkaa biyyaatti kabajame bakka hundatti milkaa'inaan akka xumurame Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa beeksiseera.…
Aadde Adaanech Abeebeen maanguddootaaf maaddii qoodan
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun sagantaa maanguddootaaf maaddii qooduufi bulukkoo uwwisuu…
Yuuniivarsiitii Finfinnee yuuniivarsiitii Afrikaa Bahaarraa sadarkaa 1ffaa qabate…
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Bu’uura sadarkaa yuuniivarsiitii addunyaa QS (QS World University Rankings) Yuunivarsiitiin Finfinnee Afrikaa Bahaarraa sadarkaa 1ffaa qabateera.…
Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Finfinneetti argaman Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaatti Imbaasiin…
Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota Ayyaana Cuuphaa hojiin dabarsaniif maaddii qoodan
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota Ayyaana Cuuphaa hojiin dabarsaniif maaddii qoodaniiru.
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa…
Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa
Ayyaana muul’annaafi dhiifamaa kan ta’e baga Ayyaana Cuuphaa Iyyesuus Kiristoosiin isin gahe.
Cuuphaan Gondaritti adda. Dammaqinni, seena qabeessummaan, haalli kabaja isaa hundi…
Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Ayyaanni…