Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti barattoonni onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti shaakalaa jiru
Finfinnee , Caamsaa 12, 2017 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti bara kana barattoonni qormaata biyyaalessaa Kutaa12ffaa onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti akkaataa itti fayyadama…
Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti ni boonti- WMM
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti kan boontu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse.
Guyyaa har’aa bakka Ministirri Muummee…
Eenyummeessaan Diijitaalaa bu’uura misoomaa daran murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Ammaan booda Eenyummeessaan Diijitaalaa filannoo osoo hin taane tajaajilaan, hawaasummaan, dhaabbilee fi mootummaa namoota waliin qunnamsiisuuf bu’uura…
Oromiyaatti dammi meetirik toonii kumni 100 fi kumni 40 ol oomishame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishni dammaa meetirik toonii kumni 100 fi kumni 42 argamuun ibsameera.
Erga inisheetiiviin misooma dammaa bocamee gara hojiitti…
Lammiilee miiliyoona 15’f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kenname
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Lammiilee miiliyoona 15'f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kennamuu Sagantaan Waraqaa Eenyummeessaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibse.
Yaa’iin waggaa…
Oromiyaatti Beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kanname – BQO
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Oromiyaatti hojii tarsiimoo dhibee dursaanii ittisuurratti xiyyeeffateen bara kana beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kennamuu Biiroon Qonna…
Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) -Godina Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara oomishaa 2017/18'f hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90 qotamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Biyyoonni Miseensa IGAD odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) – Biyyoonni Miseensa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu qabu…
Godina Wallaggaa Bahaatti lafa heektaara kuma 54 ol irratti sanyiin faca’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 54 fi 340 irratti sanyiin faca’uu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Godinichatti qonna…
Biyya ijaaruuf daa’immanirratti hojjechuun murteessadha – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa ijoolummaa jalqabaan dhaloota egeree biyya ijaaruu danda’an horachuuf haalli mijachuu Kantibaan magaalaa…