Browsing Category
Oduu biyya keessaa
EBS Dookumantarii Burtukaan Tamasgeen ilaalchisee dabarseef dhiifama gaafate
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Teeleeviizyiiniin EBS Dookumantarii Burtukaan Tamasgeen ilaalchisee tamsaaseef dhiifama gaafateera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan EBS obbo Amaan…
Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru kanneen biroof fakkeenya- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru bakkeewwan hanqina roobaa qaban biroof fakkeenya akka ta’e Ministirri Muummee Itti…
Baatii soomaa kana keessa namoota kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi taasifamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Baatii Sooma Ramadaanaafi Hiikaa keessa namoota harka qalleeyyii kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi garaagaraa taasifamuu Biiroon Dhimma Hojjetaafi…
Ambaasaaddar Daliil Kadir xalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Siriil Ramaafoosaaf dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa ta’uu kan muudaman Ambaasaaddar Daliil Kadir xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil…
Haleellaa dubartootarra gahu ajandaa siyaasaaf fayyadamuun gochaa namoomarraa maqeedha – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) –Miidhaa dubartootarra gahu ajandaa siyaasaaf fayyadamuun gochaa namoomarraa maqe ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar…
Ministeerri Barnootaa dhimmi Birtukaan Tamasgeen ilaalchisee ibsa kenne
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ministeerri Barnootaa dhimmi Birtukaan Tamasgeen Kabbadaa ilaalchisee ibsa kenneera.
Hariiroo Birtukaan Tamasgeen Kabbadaa dhaabbilee barnoota…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa milkiin xumurame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan milkiin xumuramuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise.
Ayyaanichi bakka uummanni…
Ummanni dursee yeroo lakkaa’uu beeku ummata qaroomaadha – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan kabaja ayyaana Fichee Cambalaalarratti argamaniiru.
Ummanni dursee yeroo…
Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa marii tumsa diinagdee cimsu mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Minsitira Maallaqaa fi Eegataan Ministira Boba’aa Sudaan Kibbaa Dooktar Maariyaan…
Dhaabbileen bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf qindoominaan akka hojjetan…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf dhaabbileen hojimaata qindaa’aafi walsimu hojiirra oolchuu akka qaban Ministirri Ministeera…