Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf qindoominaan akka hojjetan…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf dhaabbileen hojimaata qindaa’aafi walsimu hojiirra oolchuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Ayyaana Fichee Cambalaalaa hawwata Tuuriiziimii waliin walitti hidhuun barbaachisaadha – Salamaawiit…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Kabaja Ayyaana Fichee Cambalaalaa iddoolee hawwata Tuuriiziimii naannichaa waliin walitti hidhuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Tuuriizimii…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura tokkummaa kan qabuudha- Obbo Dastaa Leeddaamoo
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura Ida’amuu, Walkabajaafi tokkummaa of keessatte kan hammate ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache-…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir Waggaa 1446ffaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 100'f maaddii qoodeera.
Kantiibaan…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017(FMC) – Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaa Gudumaaleetti kabajamaa jira.
Kutaaleen hawaasaa hedduun sirnicharratti…
Hundeeffama Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’e – Jiraattoota
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hundeeffama Magaalaa Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’uu jiraattotni kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee ibsan.
Waggoota lamaan…
Komishiniin haaromsa biyyaalessaa dhaabbata misoomaa, tasgabbii fi Nageenyaa Siwiidiin waliin…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Komishiniin haaromsa biyyaalessaa dhaabbata misoomaa, tasgabbii fi Nageenyaa Siwiidiin kan ta'e (FBA) waliin tumsaan hojjechuuf waliigalaniiru.…
Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabuudha – Pireezidaanti…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabu ta'uu…
Kantibaa Adaanech Abeebeen baga Ayyaana Fichee Cambalaalaa geessan jedhan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Baga Ayyaana…